Oduu Bariisaa
Finfinnee: Humna ho’aafi danfaa, kan ari’ee qabuu danda’u, isa yoo dheesse immoo jalaa bahuu danda’u. Egeree biyya tokkoo kan murteessu, guddina biyya tokko kan si’eessuufi itti fufsiisu biyya kan tasgabbeessuu danda’uufi gaafa... Read more »
Finfinnee: Rakkoolee ijoo biyyattii furuun yoo danda’me dhiibbaan biyyoonni lixaa Itoophiyaarratti dhaqqabsiisan guddaa miti jedhu Yunivarsitii Madda Walaabutti, Barsiisaa Qunnamtii Idil-addunyaa Piroofesara Gargaaraa Indaalkaachew Girmaa. Barsiisaan kun yaada addatti Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf... Read more »
Burraayyuu: Weerara murni finxaaleyyii ABUT akka biyyaatti taasisaa jirutti daangaa gochuuf labsiin yeroo muddamaa kan labsame yoo ta’u, qaamonni tokko tokko labsicha dahoo godhachuun haaloo walba’uuf carraaqaa jiraachuun ni himama. Labsicha dahoo... Read more »
Finfinnee: Manni Marii Ministeerotaa Onkoloolessa 23 bara 2014 walga’ii ariifachiisaa taa’uudhaan labsii yeroo hatattamaa sadarkaa biyyaalessaatti akka labsamuuf murtii yaadaa dabarsee ture. Manni Marii bakka Bu’oota Ummataas Wixinee labsii yeroo hatattamaa lakkoofsa... Read more »
Finfinnee: Itoophiyaanoonni bakka jiran hundatti olola garee shororkeessa ABUT saaxiluudhaan akkasumas, adeemsa dogongoraa biyyoota tokko tokkoo mormuudhaan birmadummaa biyyasaaniitiif kutannoon qabsaa’aa jiraachuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibseera. Ministirri Tajaajilichaa Doktar Laggasaa Tulluu ibsa... Read more »
“Murni Shororkeessaa ABUT seeratti akka dhiyaatuuf dhiibbaan taasifamuu qaba” –Doktara Kabajaa Leencoo Lataa Finfinnee: Shororkeessaan ABUT Naannoo Amaaraa bakkawwan adda addaatti yakka waraanaa raawwachuusaa, dirqisiisee gudeeduusaa, saamichaafi haleellaa geesisuusaa, akkasumas lammiilee qisaasama... Read more »
Finfinnee: Baankiin Daashini kubbaaniyyaa Idil Addunyaa ‘Thunes’ jedhamuufi daddabarsa maallaqaarratti hojjetu waliin tajaajila biyya alaarraa maallaqa erguu dandeesisu eegalsiisuusaa beeksise. Gaggeessaan Hojii baankichaa Obbo Asfaawu Alamuu sirna jalqabsiisa tajaajilichaarratti ibsa miidiyaaf kennaniin... Read more »
Finfinnee: Ameerikaan sababa carraa daldala ashuuraarraa bilisaa ‘African Growth and Opportunity Act’ (AGOA) jedhamuu keessaa Itoophiyaa baasteef paarkiin cufamuufi hojjetaan bittinaa’u akka hinjiraanne Ittigaafatamaa Paarkii Industirii Hawaasaa ibsan. Ittigaafatamaan paarkichaa Obbo Fitsum... Read more »
Finfinnee: Wayita qormaanni kutaa 12 kennamaa tureetti miidiyaa hawaasummaa cufamuun baratoonni akka walirraa hingaragalchinee taasiisuun cinaatti haleellaa saayibariin qormaatichi hatamee akka hinbaane kan dandeesiisu ta’uu Ogeessi Sarvarii ibsan. Ogeessi Sarvarii Obbo Faaris... Read more »
“Magaalichatti hidhaan eenyummaa bu’ura godhatee raawwatamaa hinjiru” -Bulchiinsa magaalaa Finfinnee
Finfinnee: Labsii Yeroo Muddamaa akka guutuu biyyaatti labsame namni badii garaa garaatiin shakkame too’annaa jala oolee qoratamu kan heeyyamu ta’uu kan eeru bulchiinsi magaalichaa, hojiin yeroo ammaa magaalicha keessatti raawwatamaa jirus labsichuma... Read more »