Oduu Bariisaa
Finfinnee: Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahmad dirree waraanaatti bobba’uun waraana hogganuuf murteessuusaanii hordofee atileetii Itoophiyaa dirree dorgommii olimpikiirratti beekaman Hayilee Gabrasillaaseefi Fayyisaa Leellisaafaa dabalatee namoonni bebbeekamoon kaanis dirree waraanaatti duulaniiru. Murtoo ministira... Read more »
Finfinne: Magaalaan Finfinnee nageenya amansiisaa mirkaneessuuf Godina Addaa Oromiyaa Naanawa Finfinnee waliin qindoominaan hojjechaa jiraachuu Biiroon Bulchiinsa Nageenyaafi Tasgabbii Magaalaa Finfinnee ibse. Ittigaafatamaan biirichaa Doktar Qana’aa Yaadataa ibsa dheengadda miidiyaaleef kennaniin akka... Read more »
Finfinnee: Guyyaan Waldanda’uu Addunyaa barana akka addunyaatti yeroo 24faf akka Itoophiyaafi Oromiyaatti ammoo yeroo 12faf kabajamu ilaachisuun Mariin Gumii Balal marsaa 16fa Wiixata darbe mataduree ‘Duudhaalee Waldanda’uu: Gahee Tokkummaa Cimsuurratti Qabu’ jedhuun... Read more »
Finfinnee: Harka micciirtootaaf harka kennachuufi mirga ofii sarbamanii jiraachuun aadaa Itoophiyaanotaa waan hintaaneef gamtaan falmachuun barbaachisaa ta’uu Jaal Galasaa Dilbooibsan. Mana Marii Bakka Bu’oota Ummataatti Durataa’aa Ittaanaan Koree Dhaabbii Albuudaafi Industirii akkasumas... Read more »
Ummanni Oromoo akka ummataatti, waraana gaggeesse, diina isa waraanes ta’e eeboo ittiin waraaname gonkumaa irraanfachuu hindanda’u. Dhiibbaa nurratti raawwatame, rakkoo hammaataa dhandhamne, harka badii nurratti fe’amanii nu dhiiban, morma keenya micciiruun kan... Read more »
Finfinnee: Ministirri Muummee Itoophiyaa Doktar Abiyyi Ahimad “Yeroon biyya aarsaadhaan hogganuun barbaachisu amma jechuun Kibxata darbe gara dirree waraanaa deemaniiru. Kanneen ijoollee Itoophiyaa seenaan dinqisiifatu keessaa tokko ta’uu barbaaddan marti biyya keessaniif... Read more »
Finfinnee: Ijaarsi hidhichaa haala gaariidhaan deemaa jiraachuufi bishaan marsaa lammaffaan waan guutameef dhiheenyatti gara humna maddisiisuutti akka galu Ministeerri Bishaaniifi Inarjii beeksise. Ministirri ministeerichaa Doktar Injinar Habtaamuu Ittafaa gaafdeebii Kibxata darbe waajjirasaaniitti... Read more »
“Raayyaan Ittisa Biyyaa bakkeewwan to’annoo diinaa jala turan to’achaa jira” -MM Doktar Abiyyi Ahmad
Finfinnee: Raayyaan Ittisa Biyyaa hamilee guutuun diina waraanuun bakkeewwan to’annoo diinaa jala turan to’achaa jiraachuu Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahmad ibsan. Doktar Abiyyi ibsa kaleessa waaree booda adda waraanaarraa kennaniin akka jedhanitti,... Read more »
• Galiiwaliigalaa qarshii biliyoona 10 sassaabeera Finfinnee: WAldaan Aksiyoona Baankii Daashin bara bajataa darbetti galii waliigalaa qarshii biliyoona 10 galchuusaafi, isa keessaas qarshii biliyoona 2.4 bu’aa galmeesisuusaa beeksise. Yaa’ii idilee waggaa 28fa,... Read more »
Finfinnee: Gareen Shoroorkessaa Shanee ergama ajandaa biyya diiguu ifatti garee shoroorkessaa Adda Bilisummaa Ummata Tigray (ABUT)rraa fudhachuufi walta’insa uumuu erga beeksiise tarkaanfiin qindaa’aa ummataan deggarame irratti fudhatamaa jira. Sochii Poolisii Federaalaa, Humni... Read more »