“Chaayinaan, Itoophiyaan biyya rakkina ishee qunname furachuu dandeessu ta’uu ni amanti” -Ministira Dhimma Alaa Chaayinaa

Finfinnee: Itoophiyaan biyya rakkina ishee mudate osoo biyyi kamuu jidduu ishee hingaliin furachuuf humna qabdu ta’uushee Ministirri Dhimma Alaa Chaayinaa Mistar Chaachaawu Waangiyu ibsan. Ministirri Muummee Ittaanaafi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa... Read more »

“Qeerroofi qarreen fakkeenyummaa MM Doktar Abiyyi Ahmad hordofuu qabu” – Obbo Shimallis Abdiisaa

Pirezidaantiin BMNO Obbo Shamallis Abdiisaa haala wayitiirratti ergaa ittaanu dabarsaniiru. Ummanni Goota Qabu Seenaa Qaba! Ummanni Oromoo saboota, sablammootaafi ummattoota Itoophiyaa biroo waliin ta’uun dhiigaafi lafeen biyya guddoo Itoophiyaa ijaare. Adeemsa ijaarsa... Read more »

Ministirri Muummeen duula Abbaan Gadaa taasisaa ture irra deebi’an

Finfinnee: Sirna Gadaa keessatti Abbaan Gadaa ittigaafatamaa waa hundaati. Waraana jajjabaa Abbaa Duulaa waliin duulee kan duulchisu Abbaa Gadaati. Duulli Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahmad taasisaa jiranis duula Abbaan Gadaa taasisuun walfakkaata.... Read more »

Guyyaan sabaafi sablamootaa Itoophiyaa 16fan kaleessa Oromiyaatti kabajame

Finfinnee: Guyyaan sabaafi sablamoota Itoophiyaa 16fan sadarkaa Oromiyaatti kaleessa sirnoota adda addaatiin Finfinneetti kabajame. Afyaa’in Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdulraahaam haasaa sirnicharratti taasisaniin akka jedhanitti, guyyaan sabaafi sablamoota Itoophiyaa baranaa jalabultii hidha... Read more »

Tokkummaan Itoophiyaanotaa dawaa gidduseentummaa biyyoota lixaati

Finfinnee: Biiroon Aadaa, Aartiifi Tuuriizimii Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee dheengadda marii mataduree “Gidduseentummaa biyyoota lixaafi tokkummaa Itoophiyaanotaa” jedhuun hayyoota waliin mari’ateera. Marii kanarratti hayyoonni dhaabbilee barnoota olaanaafi seektaroota garagaraa miira ho’aadhaan hirmaachuun yaadasaanii... Read more »

“Diinonni Oromoo kaan awwaalamaniiru, kanneen hafanis ni awwaalamu” – Piroofeesara Gargaaraa Buzaayyoo Daggafaa

Finfinnee: Qabeenya uumaan badhaase saamuuf diinonni Oromoo cabsaa, awwaalaa turan kaan awwaalamaniiru fuuldurattis kan awwaalli isaan eegggatu jiraachuu Piroofeesara Gargaaraa Buzaayyoo Daggafaa ibsan. Miseensi Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataafi Paartii Badhaadhinaa Damee... Read more »

Qellemitti duulli Shanee barbadeessuufi deeggarsi Raayyaa Ittisa Biyyaaf taasifamu cimee ittifufeera

Finfinnee: Shororkeessaa Shaneen gocha shororkeessummaasaa raawwachuu ittifufuu Waajjirri Bulchiinsaafi Nageenyaa Godina Qellem Wallaggaa beeksise. Ummati godinichaa qaamolee nageenyaa wajjin ta’anii Shanee barbadeessuuf hojjechaa akka jiranis ibsameera. Ittigaafatamaan Waajjira Bulchiisaafi Nageenya godinichaa Obbo... Read more »

Abbaan Gadaa Karrayyuu garee shororkeessaa Shaneetiin ajjeefaman

Maseenni yaadamaafi kaayyoo ummatummaa hinqabne Shaneen kaleessaa hanga har’aatti madda salphina ummata Oromoo taatee ittifufteetti. Yeroo Oromoon dararaa hamaa keessa turetti qawween Shanee diinaaf garaa laafe har’a Oromoorratti jabaateera. Guyyaa guyyaatti namoota... Read more »

Duula adda waraanaa Doktar Abiyyi injifannoo cululuqaadhaan waa’elchamaa jiru

Ministirri muummeen duula Gamtoomina Tokkommaa Biyyaalessaa jalqabaasaanii kan godhatan adda waraanaa bahaa yeroo ta’u, raayyaa ittisa biyyaa, humnoota nageenyaa Affaarii wajjin ta’uun Kaasaagitaa, Cifraa, Burqaafi naannawashee, bilisa gochuun imalasaanii garaa Magaalsa Baateefi... Read more »

“Dhaabbileen maqaa gargaarsaatiin ergama dhokataa baatanii deemuun sirrii miti” -Hayyoota seeraa

Finfinnee: Waraana shororkeessaa ABUT Itoophiyaa kaabatti baneen lammilee rakkatan gargaaruuf dhaabbileen gargaarasa idila addunyaa gaffii mootummaa Itiyoophiyaaf dhiyeessuu dhiisuunsaanii kaayyoo dhabbatichaa kan faallessu ta’uu ogeessonni seeraa beeksisan. Lammiilee rakkoo waraanaan miidhaman gargaaruuf... Read more »