“Waamicha dhiyaaterratti dambaliin diyaaspooraa bal’inaan mul’ataa jira” – Aadde Birhaanee Beekaa

Finfinnee: Ergaan, “Itoophiyaanonniifi michuuwwan #Itoophiyaa guutuu addunyaatti argamtan waamicha #BiyyattiHaagallu jedhutti akka makamtan isin afeerra. Mudde 29/2014tti namoota miliyoona tokko gara biyyaatti” jedhu kun dhaamsa Ministirri Muummee Abiyyi Ahmad dabarsan yoo ta’u,... Read more »

Abbichuu Abbaa Biyyaa Abbaa Malaa: Moggaasa Oromoon gootasaatiif moggaasu

Finfinnee: Gamtaan Abbootii Gadaa Oromoo Ministira Muummee Doktar Abiyyi Ahmad injifannoo adda waraanaatti galmeessisan hordofee maqaa, “Abbichuu Abbaa Biyyaa Abbaa Malaa” jedhamu moggaasuufiin jabduu raawwataniifi raawwataa jiraniif tibbana beekamtii kenneera. Gaazexaan Bariisaa... Read more »

“Yeroo dhiyootti oduu misiraachoo injifannoo Maqaleerraa ni dhageessifna” – Leetenaal Jeneraal Baacaa Dabalee

Finfinnee: Duultonni humnoota waraanaa Itoophiyaa (humni addaa, humni eegdota rippaablikaaniifi miseensonni humna qilleensaa) biyya dhiphina keessaa turte rakkoorraa furuu Raayyaa Ittisa Biyyaatti Qindeessaa Olaanaan Ijaarsa Raayyaa Leetenaal Jeneraal Baacaa Dabalee ibsan. Duulli... Read more »

“Humni shororkeessaa ABUT wayita godinicha ture dhaabbilee mootummaafi dhuunfaa saamaafi barbadeessaa ture ” -Obbo Ahmad Hasan

Finfinnee: Humni shororkeessaa ABUT wayita Naannoo Amaaraa, Godina Saba Oromoo ture dhaabbilee mootummaafi dhuunfaa hawaasni ittifayyadamaa ture saamaafi barbadeessaa akka ture bulchaan godinichaa himan. Bulchaan godinichaa Obbo Ahmad Hasan ibsa dheengadda Dhaabbata... Read more »

Gareen shororkeessicha TPLF naannawa weerare hundatti ajjeechaa jumlaa raawwateera

Gareen shororkeessicha TPLF Gaashanaafi Shawaa Kaabaatti ajjeechaa jumlaa raawwachuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibseera. Keessumaa garichi Naannoo Amaaraa Gaashanaafi Shawaa Kaabaatti ajjeechaa jumlaa raawwachuu Ministir Deetaan Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa Salaamaawiit Kaasaan himaniiru. Haa... Read more »

Mallattoon jiru hongeen dheerachuu akka danda’u waan agarsiisuuf Booranaaf xiyyeeffannoon kennamuu qaba jedhame

Finfinnee: Haala qilleensaa hanga ammaatti jiruun hongeen Booranatti dheerachuu waan danda’uuf mootummaan federaalaafi naannoo Oromiyaa xiyyeeffannoo guddaa kennuufii akka qaban Godinni Booranaa beeksise. Bulchaan Godina Booranaa Obbo Jaarsoo Boruu ibsa dheengadda Gaazexaa... Read more »

“Walmufannaan paartilee siyaasaa Oromoo biyya walharkatti diiguufi qullaa waldhaabuutti ce’uun qaaniidha” – Mahaammad Ahmad (Qophee)

Finfinnee: Akkuma bakka kamittuu muudatu yaaadaan waldhabuun paartiilee fayyaalessa ta’us sadarkaa biyya walharkatti diiguufi qullaa waldhaabuufi waldura dhaabbachuun paartiilee Oromoo garuu kan sabicha hinmadaalle ta’uu Waajjira Pirezidaantii BMNOtti gorsaan Dhimma Aadaafi Miidiyaa... Read more »

“Shaneen murna garee shororkeessaa ABUT aangessuuf kaatudha” – Jaal Toleeraa Adabaa

Finfinnee: Murni shororkeessaa Shanee garee ABUT hawaasa dararaa ture aangessuuf murna kaatuudha jedhan Dubbii Himaan Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Jaal Toleeraa Adabaa. Jaal Toleeraan addatti Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaif yaada kennaniin, gareen kun... Read more »

“Sirna Federaalizimii akka waan murni ABUT fideetti yaaduun dogoggora guddaadha” – Doktar Dalasaa Bulchaa

Finfinnee: Itoophiyaan muuziyemii saboota, sablammootaafi ummattootaati. Biyyattiin sabootaafi sablammoota 86 ol kanneen afaan, aadaafi amantii garagaraa qaban waan qabduuf Sirna Federaalizimiitiin buluun filannoo utuu hintaane dirqama ishee barbaachisa. Sirnichi naannoleen biyyattii ofiin... Read more »

Injifannoo ABUT irratti galmaa’e Shaneerratti irra deebi’uuf duulli ittifufuun ibsame

Finfinnee: Injifannoo Itoophiyaa kaabaatti hoggansa ministira muummeetiin shororkeessaa ABUT irratti galmaa’e Shaneerratti dabaluuf ummanni Godina Qellem Wallaggaa murnicha waraanaa jiraachuu bulchaan godinichaa ibsan. Bulchichi Obbo Gammachuu Gurmeessaa ibsa dheengadda Gaazexaa Bariisaatiif kennaniin... Read more »