Oduu Bariisaa
Ergaan, “Itoophiyaanonniifi michuu wwan #Itoophiyaa guutuu addunyaatti argamtan waamicha #BiyyattiHaagallu jedhutti akka makamtan isin afeerra. Mudde 29/2014tti namoota miliyoona tokko gara biyyaatti” jedhu kun dhaamsa Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahmad dabarsan yoo... Read more »
Finfinnee: Gootichi Raayyaa Ittisa Biyyaa (RIB) ergama ‘Duula Tokkummaa Sabdaneessummaaf’ jedhuun bakkawwan humnoota garee Shororkeessaa ABUTn qabamanii turan bilisa baasuun manii jalqabaa milkeesse bakka to’ate qabatee akka turu Ministirri Tajaajila Komunikeeshinii Mootummaa... Read more »
• Qarshii biliyoona lama walitti qabuufis yaadameera Finfinnee: Oromiyaatti lakkoofsa miseensoota Inshuraansii Fayyaa Hawaasaa (IFH) miliyoona 21 irraa gara miliyoona 25tti guddisuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Fayyaa Oromiyaa ibse. Buusii miseensotarraa sassaabamuus biliyoona... Read more »
Finfinnee: Murni shororkeessaa ABUT weerara Naannoo Affaaritti raawwateen masjiidonni 30 oliifi Quraanni kuma 10 caalu barbaadaa’uufi gubachuu dura taa’aan Gumii Mana Murtii Islaamummaa Naannichaa beeksisan. Tarkaanfiin manneen amantii barbadeessuufi Quraana gubuu kun... Read more »
Finfinnee: Oromiyaatti duulli omisha sassaabuu saffisaa jiraatus bakkoota rakkoon nageenya uumaman tokko tokkotti harkifannaan jiraachuu Biiroon Qonnaa naannichaa ibse. Bara Omisha baranaatti qonna gannaarraa callaa kuntaalli 198 akka walitti qabamus biirichi beeksise.... Read more »
Finfinnee: Dhaabbanni Tola Ooltummaa Meetoo jedhamu sagantaa galii walitti qabuu ummata sababoota garagaraatiin rakkatan ittiin gargaaruuf oolu qopheessuu ibse. Hundeessituufi Gaggeessituun Hojii dhaabbatichaa Maastar Mihirat Kadir saganticha ilaalchisuun gaafdeebii dheengadda Gaazexaa Bariisaa... Read more »
Finfinnee: Godina Addaa Oromiyaa Naannawa Finfinneetti qonna gannaa baranaarraa omisha kuntaala miliyoona 7.4 argachuuf karoorfamee hojjetamaa jiraachuu Waajjirri Qonnaafi Qabeenya Uumamaa Godinichaa ibse. Ittigaafatamaan waajjirichaa Obbo Caalaa Adaree haala qonna godinichaa waliigalaarratti... Read more »
Finfinnee: Mana qopheessaafi qulqullina barnootaa dabalatee malaammaltummaan sadarkaa hammaataarra jiraachuu Komishiniin Farra Malaammaltummaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa beeksise. Komiishinarri komishinichaa Obbo Huseen Usmaan guyyaa ayyaana farra malaammaltummaa marsaa 16fa naannichatti boru ilaalchisuun ibsa... Read more »
Finfinnee: Lolli Itoophiyaa Kaabaatti mootummaan dirqamee ittiseene injifannoo waraanaa ministirri muummee eegalaniin xumuramuun nageenyaafi bu’aa biyyaa kabachiisuun akka danda’u Yunivarsiitii Ambootti Hayyuun Siyaasaa Solomoon Tafarraa tibbana ibsa Gaazexaa Bariisaaf kennaniin himaniiru. Injifannoo... Read more »
Finfinnee: Waraana biyyarratti baname qolachuufi buqqaatota deeggeruu keessatti tumsi naannoon Oromiyaan taasisaa jiru kan gabaafame caalaa ta’uu Atileet Komaandar Maarqos Gannatii ibse. Atileetichi, ibsa addatti Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf kenneen akka jedhetti, adda... Read more »