Oduu Bariisaa
Finfinnee: Sababa jijjiirama haala qilleensaatiin tamsa’inni dhibee busaa hammaachaa jiraachuu Biiroon Fayyaa Oromiyaa beeksise. Dhibeewwan koleeraafi gifiraa jijjiirama haala qilleessaatiin walqabatee mudate to’achuufis xiyyeeffannaan hojjetamaa jiraachuu ibseera. Hogganaa ittaanaan biirichaa Doktar Tasfaayee... Read more »
Bara 2011-2015tti biqiltuulee biliyoonni 32 dhaabamaniiru Finfinnee: Sagantaa dhaabbii biqiltuu Hagayya 13 gaggeeffamuun guyyaa sanatti biqiltuu miliyoona 150 dhaabuuf karoorfachuu Minsteerri Qonnaa ibse. Bara 2011 hanga 2015tti waliigalaan biqiltuun biliyoona 32 dhaabachuus... Read more »
Finfinnee: Jijjiirama siyaasaa biyyattiitti taasifameen walqabatee Itoophiyaa badhaatuufi tasgabbooftuu dhaloota dhaalchisuuf mootummaan sektaroota hundatti riifoormii taasisaa jira. Hundaa ol, dinagdee damdaneessaafi beekumsa biyya keessaarratti bu’uureeffame hordofuun yeroo gabaabaa keessatti qamadii alaa galchuurraa... Read more »
Finfinnee: Bara 2017tti ijaarsi seeraan alaa hundi furmaata kan argatan ta’uu bulchiinsi Magaalaa Bishooftuu beeksise. Kaantiibaan magaalichaa Obbo Alamaayyoo Asaffaa sagantaa eebba Pirojektii Misooma Kaadaastara Magaalichaa Kamisa darbe taasifamerratti haasaa taasisaniin akka... Read more »
Finfinnee: Godina Jimmaatti bara omishaa 2016/2017 lafa hektaara kuma 856fi 630 sanyiiwwan midhaan garagaraatiin uwwisuun callaa kuntaala miliyoona 33 ol argachuuf kan karoorfamu ta’uu waajjirri qonna godinichaa beeksise. Ittigaafatamaa Ittaanaan waajjirichaa Obbo... Read more »
Finfinnee: Mariin paartiileen morkattootaa Ministeera Muummee waliin taasisan ittifufuu akka qabu Manni Maree Waloo Paartiilee Siyaasaa Itoophiyaa beeksise. Walittiqabaan mana marichaa Obbo Dastaa Dinqaa yaada tibbana Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf kennaniin akka jedhanitti,... Read more »
Finfinnee: Godinni Bunnoo Beddellee omisha ganna baranaatiin lafa hektaara kuma 465fi 81 sanyiiwwan midhaanii akaakuu garaagaraatiin uwwisuun callaa kuntaala miliyoona 17.7 argachuuf hojjechaa jiraachuu Waajjirri Qonnaa Godinichaa beeksise. Ittigaafatamaan waajjirichaa Obbo Geetaahuun... Read more »
Finfinnee: Fedhii abbootiin qabeenyaa biyya keessaafi alaa Zoonii Dinagdee Addaa Gadaa keessatti hirmaachuuf taasisaa jiran olaanaa ta’uu Abbaan Taayitaa Zoonichaa beeksise. Daarektarri Olaanaan Abbaa Taayitaa Zoonii Dinagdee Addaa Gadaa Obbo Mootummaa Tamasgeen... Read more »
Finfinnee: Naannoo Beenishaangul Gumuzitti waltajjii ajandaa walitti qabuu gaggeeffamurratti hirmaattotni kuma tokkoofi 200 ol kan hirmaatan ta’uu Komishiniin Marii Biyyaalessaa ibse. Adeemsi ajandaa walittiqabuu Tigiraayiin dabalatee naannolee hundatti hanga Onkoloolessa 30/2017tti xumuruuf... Read more »
Finfinnee: Atileetonni biyyoota 206 miseensota Koree Olompikii Addunyaarraa babbahan kuma 10fi 714 olompikicharratti nihirmaatu. Atileetonni Itoophiyaa akaakuuwwan ispoortii atileetiksii adda addaatiin hirmaachuuf achitti argamu. Pirezidaantii Mootummaa RFDI Saahilawarqi Zawudee dabalatee Pirezidantonni biyyoota... Read more »