Oduu Bariisaa
Finfinnee: Hantuutni gatijabeessa yuuroon hedduu itti baasii ta’e tajaajila qorannoo saayinsaawaa fayyaan walqabatu garagaraaf oolu kun Inistiitiyuutii Armaawar Hansan (Hospitaala Alarti)tti kan argamuudha. Hantuunni kun ulfaatina kiiloo 1.5 kan qabu yoo ta’u,... Read more »
Finfinnee: Oromiyaatti holqawwan daawwannaa tuurizimiitiif oolan 389 baafamuun misoomaa jiraachuu Biiroon Aadaafi Turiizimii Oromiyaa beeksise. Biirichatti Daarektarri Misoomafi Piromooshinii Turiizimii Obbo Faantaahun Taaddasaa torbee darbe Gaazexaa Bariisaaf akka ibsanitti, Oromiyaan qabeenya tuurizimii... Read more »
Finfinnee: Sirna bulchiinsaa caasaa gandaa Oromiyaan dhiyeenya kana diriirse qisaasama hedduu isaan oolchuu qonnaan bultoonni Gaazexaa Bariisaaf tibbana yaada kennan ibsan. Rakkoo furachuufis ta’e ol iyyannoof deddeebiin gara godinaatti taasifamaa ture rakkoo... Read more »
Finifnnee: Baatiin Nageenya saayibarii yakka dijitaalaa saayibariin dhaabbilee garagaraarra qaqqabu maqsuuf kaayyeffate sadarkaa addunyaatti yeroo 21ffaaf, akka Itoophiyaatti ammoo yeroo 5ffaaf Godanbaa Saayinsiitti kabajamaa jira. Yakki teknolojii dijitaalaatiin deeggaramee dhaabbilee garagaraarra qaqqabu... Read more »
Finfinnee: Wiixata darbe, Fulbaana 27 bara 2017 yaa’iisaanii waloo kan adeemsifatan Manneen Marii Bakka Bu’oota ummataafi Federeeshinii Ministira Dhimma Alaa kan turan Ambaasaaddar Taayyee Astqasillaasee pirezidaantii Mootummaa RFDI taasisuun muudaniiru. Pirezidaanti Taayyeen... Read more »
Finfinnee: Irreechi baranaa Fulbaana 25 Hora Finfinnee, Fulbaana 26 ammoo Hora Harsadeetti kabajame hirmaannaa ummataa, simannaa keessummootaa uwwisa miidiyaa, naamusaafi wantoota garagaraatiin haala ajaa’ibsiisaa ta’een saboota adda addaa hirmaachisuun kabajamuu Biiroon Aadaafi... Read more »
Finfinnee: Biyya keenyatti fooyya’iinsi jiraachuun haalamuu baatus jijjiirama duras ta’e jijjiirama booda rakkoon nageenyaa akkuma rakkoo ta’etti ittifufeera. Nageenyi guduunfaa waa maraa ta’uu kan hubate mootummaan Itoophiyaa rakkoolee buleeyyii hundeerraa furuuf hanga... Read more »
Finfinnee: Uffatni Aadaa Oromoo safuufi duudhaa Oromummaatiin qophaa’uu akka qabu Dizayinarootni uffata Aadaa beeksisan. Dizaayinarootni kunneen turtii Gaazexaa Bariisaa waliin taasisaniin akka jedhanitti, ummatni Oromoo fedhiin inni uffannaa aadaasaatiif qabu yeroodhaa gara... Read more »
Finfinnee: Irreechi Ayyaana saba Oromoo maraafi qabeenya waloo ta’uu Abbootiin Gadaa beeksisan Walitti Qabaan Gumii Abbootii Gadaafi Abbaan Gadaa Maccaa Warqinaa Tarreessaa yaada Kibxata darbe Gaazexaa Bariisaatiif kennaniin akka jedhanitti, Irreechi guyyaa... Read more »
Finfinnee: Ayyaanni Irreechaa biyyarra darbee addunyaatti akka mul’atuuf Giddugalli Aadaa Oromoo hojiiwwan bal’aa hojjechaa jiraachuu daarektarri olaantuun giddugalichaa Aadde Makkiyyaa Jamaal beeksisan. Aadde Makkiyaan hojiiwwan giddugalichi Irreechaa mul’isuuf hojjete ilaalchisuun ibsa Kibxata... Read more »