Walaayittaa aanaalee afur keessatti weerarri dhibee busaa hammaate

Finfinnee: Naannoo Itoophiyaa Kibbaa, Godina Walaayittaa aanaalee afur keessatti weerarri dhibee busaa daran hammaachuu Qajeelchi Fayyaa Godinichaa beeksise. Ittigaafatamaan Qajeelchichaa Obbo Tsaggaayee Ekkaa Roobii darbe Gaazexaa Bariisaaf akka ibsanitti, dhibeen busaa waggaatti... Read more »

Oromiyaatti bara omishaa 2016/17 hojiileen omishaafi omishtummaa qonnaa guddisan hedduun raawwatamaniiru

Finfinnee: Oromiyaatti bara omishaa 2016/17 hojiileen omishaafi omishtummaa qonnaa guddisan hedduun raawwatamaniiru. Bara omishichaatti lafa heektaara miliyoona 11.2 omishaalee gara garaatiin uwwisuun omishni kuntaala miliyoona 337 kan eegamu ta’uu Biiroon Qonna Oromiyaa... Read more »

 Bokkaan tibbana kutaalee addaddaa biyyattiitti roobaa jiru faayidaa olaanaa qaba

Finfinnee: Roobni guyyoota darbanitti roobe guddina biqiltootaaf gumaachuurra darbee hojiilee qonna jallisiitiin hojjetamaniifi eegumsa naannawaatiif faayidaa olaanaa akka qabu Inistiitiyuutiin Meetiworolojii Itoophiyaa ibse. Daarektarri Ittaanaan Damee Raaga Meetiworolojiifi Ofeeggannoo Dursaa Doktar Asaamminawu... Read more »

 “Sochiin paartiilee siyaasaa hafaniifi murnoota hidhatanii socho’an gara adeemsa marichaatti fiduuf taasifamu cimsee ittifufa” – Komishinii Marii Biyyaalessaa

Finfinnee: Komishiniin Marii Biyyaalessaa hundaa’ee erga hojii jalqabee waggoota lamaa ol ta’eera. Komishinichi waggoota lamaan darban keessa hojiilee gurguddoo raawwateera. Komishinichi akkuma hundaa’een humna namaa guuttachuun ummanni marii biyyaalessaarratti hubannoo gahaa akka... Read more »

 Ulaa galaanaa argachuuf carraafi carraaqqii Itoophiyaa eeggatu

Finfinnee: Addunyaa har’a keessa jirrutti dhimmi ulaa galaanaa dhimma dinagdee qofa osoo hintaane dhimma siyaasaa ijoo ta’eera. Ulaan galaanaa birmadummaa dinagdee qofa osoo hintaane olaantummaa siyaasaa biyya tokkoof dhimma murteessaadha. Biyyootni baay’een... Read more »

 Itoophiyaatti seenessi qeenxeen maaf rakkoo ta’e?

Finfinnee: Sabaafi Sablammootni Itoophiyaa hundi aadaafi seenaa mataasaanii kan isa biraarraa adda isaan godhu qabu. Ta’us sabaafi Sablammootni kunneen akka lammii Itoophiyaatti seenaa waloo kan hundasaanii walfakeessu hedduu qabu. Gama dinagdeetiin yoo... Read more »

 Waliigaltee seenaqabeessa haqa qabeessummaa Laga Abbayyaa dhugoomse

Mammaaksi baroota “Abbayya bakka bulu hinbeekne jirma guuree yaa’a” jedhu har’a seenaa ta’us wanti ciisicha isa dhorku mudataa jiraachuun ifa galaadha. Keessattuu, hidhaa Itoophiyaan lagicharratti hojjette biyyoota baroota dheeraaf dhuunfaan fayyadamaa turaniif... Read more »

 Irreechi naannolee ittikabajamutti hariiroofi walamantaa sabootaa cimsaa jira

Finfinnee: Ayyaanni Irreechaa naannolee ittikabajamutti hariiroo, tokkummaafi walamantaa sabootaafi sablammoota gidduutti cimsaa jiraachuu Waajjirri Nageenyaafi Misooma Waloo Oromiyaa, Gaambeellaafi Beenishaangul Gumuz beeksise. Hora Finfinneefi Harsadeetti aanee Irreechi malkaa Asoosaafi malkaa Baarootti boru,... Read more »

 Fedhiin dhoksaadhaan biyyootni guddatan Afrikaarratti raawwachaa jiran madda walittibu’iinsaa ta’aa jira

Finfinnee: Rakkoolee shororkeessummaafi walittibu’iinsonni Ardii Afrikaa keessatti mul’atan hedduusaaniitiif maddi biyyoota ardichaan ala jiraniidha. Dorgommiin biyyootni guddatan tokko tokko fedhii dinagdeefi siyaasasaanii eegsifachuuf Afrikaatti taasisaa turaniifi jiran ardichi walwaraansaafi waldhabdee madda shororkeessummaa... Read more »

 Riifoormii taasifameen fedhiin invastaroota biyya alaa dabalaa jira

Duukam: Riifoormii damee invastimantiirratti taasifameen fedhiin invastaroota biyya alaa dabalaa jiraachuu Komishiniin Invastimantii Itoophiyaa beeksise. Bara bajataa 2017, kurmaana tokkoffaatti abbootiin qabeenyaa 72 gaaffii invastimantii dhiheessuus ibse. Komishinichi kaleessa Paarkii Indastirii Iistarnii... Read more »