Oduu Bariisaa
Finfinnee: Paartiileen siyaasaa morkattootaa bara haaraa 2017 ilaalchisee gama nageenya, dinagdeefi hawaasummaan hawwii qaban ibsan. Paartiilee kunneen Wiixata darbe, barri haaraan 2017 Itoophiyaaf bara nageenyi waaraan itti dagaagu, guddinni dinagdee saffisaan itti... Read more »
Lukkuu miliyoona sadiifi killee miliyoona 20 ni dhiyaata Ayyaanota ummataas ta’e jijjiirama bara haaraan walqabatee dhiyeessiin omishaalee kabaja ayyaanotaaf oolanii yeroo maraa xiyyeeffannaa ummataati. Qaala’iinsi jireenyaa hanqinna dhiyeessiin mudatu gabaa ayyaanaatti baasii... Read more »
Finfinnee: Riifoormii damdaneessa taasifameen biyya cabiinsa roga maraarraa baraaruun danda’amuu Pirezidaantii Ittaanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdii ibsan. Obbo Awwaluun, Qaammeen 2 mataduree “Riifoormiin Tajaajila Caalmaaf” jedhuun sadarkaa naannoo Oromiyaatti kaleessa... Read more »
Finfinnee: Ayyaanota jijjiirama bara haaraa, Masqalaafi Irreechi duudhaasaanii eeggatanii akka kabajamaniif qaamoleen nageenyaa biyyattii qophii taasisuu ibsan. Lammiilee hundaafis ergaa baga bara haaraa nagaan geessanii dabarsaniiru. Komishinarri Jeneraalaa Ittaanaan Komishinii Poolisii Federaalaa... Read more »
Finfinnee: Finfinnee kaleessa Oromoon dabaan keessaa buqqa’e keessatti feestivaala Goobeefi Shinooyyee deebisnee bilisummaadhaan kabajaneerra jedhan Hoggantuun Biiroo Aadaafi Turizimii Oromiyaa Aadde Jamiilaa Sinbiruu. Feestivaalli Goobeefi Shinooyyee marsaa 6ffaa walta’iinsa Biiroo Aadaafi Turizimii... Read more »
Finfinnee: Abbootiin Amantii ayyaanota fuuldura keenya jiran jibbaafi haaloorraa bilisa taanee kabajuu qabna jedhan. Abbootiin amantii Kaatolikii, Musliimaa, Ortodoksii, Pirotestaantiifi Waaqeffataa bara haaraa sababeeffachuun ergaa dabarsaniin akka jedhanitti, dhala namaa bira darbe... Read more »
Finfinnee: Mariin biyyaalessaa rakkoo biyyaalessaaf furmaata waaraa qabatee kan dhufe boqonnaa seenaa qabeessa waan ta’eef hunduu hirmaannaasaa cimsuu qaba jedhan Komishinarri Marii Biyyaalessaa Ambaasaaddar Mahaammud Diriir. Komishiinichi sagantaa ajandaa walittiqabuu magaalaa Hawaasaatti... Read more »
Finfinnee: Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaatiin dhiifami sirreeffamtoota seeraaf ta’e Hagayya 20 /2016 irraa eegalee hojiirra ooluu Biiroon Abbaa Alanagaa Waligalaa Oromiyaa ibse. Hoogganaan biirichaa Obbo Guyyoo Waariyoo ibsa Roobii darbe gaazexeessitootaaf waajirasaaniitti... Read more »
Kenna tajaajilaarraa qarshii miliyoonni 7.5 yoo galii ta’u, bunni tooniin kuma 72 gabaa addunyaaf dhiyaateera Finfinnee: Fooyya’iinsa dinagdee gooroo mootummaan labse hordofee qaala’iinsi gatii bakkawwan tokko tokkotti mul’atee ture to’atamuu Waajjirri Daldalaa... Read more »
Finfinnee: Jiraattotni Magaalaa Shaggar, Kutaa Magaalaa Burraayyuu, Aanaa Ejersa Gooroo, naannawa bakka addaa Shaklaa jedhamuu hanqina bishaan dhugaatiitiin rakkachaa jiraachuu ibsan. Jiraattotni kunneen komii Gaazexaa Bariisaatiif Kibxata darbe dhiyeessaniin akka jedhanitti, otoo... Read more »