Oromoon biqiltuuf bakka guddaa qaba. Akka dhalasaatti waan ilaaluuf kunuunsa addaatiin guddisa malee hinmiidhu. Sirna Gadaa keessattillee biqiltuu muruufi biqqisuun aadmale. Sababnisaa maddii jiidhinaafi badhaadhina Oromiyaa biqiltuu waliin kan walqabatu waan ta’eefi.... Read more »
Kutaa 2fa Dubbistoota keenya maxxansa keenya torbaniitiin matadureedhuma kana jalatti waa’ee babal’ina mootota Absiniyaarratti isin dubbisiisuu eegallee turre. Kutaa ittifufu bulfachuun keenya ni yaadatama. Kutaan ittaanus kunooti. Sibsteenis Oromoota isaafi galaniifi qabeenya... Read more »
Qindeessaan giddu gala dhaabbata basaasaa Amerikaa (CIA) kan turan General Mikaa’el Haaydan sadarkaa teknolojiin televiziyonaa irra ga’e yeroo ibsan, “Si’achi dhaabbanni basaasa Ameerikaa (‘CIA’n) uummata Ameerikaa televiziyoona irraa hindhaggeeffatu” jedhan. Sababiin isaa... Read more »
Kadhataa tokkotu qoobii harka lamatti qabatee karaarra dhaabate kadhataa ture. Achumaan namni karaa darbu tokko saantima fuudhee qoobiisaa tokko keessa buuseefi darbee adeemuuf erga miila tokko lafaa fuudhee booda itti deebi’ee qoobii... Read more »
“Kan naqale miti, kan natakaaletu nagalaafate” jedhe sangaan. Cuuphatanii ilaalanii yoo mi’aaye faffatatu. Yoo ejjennaa tolan darbatanii rukutu. Waraabessi bakka altokko nyaatetti sagal deddeebi’a. Firri gara firaatti jennaan, kal’een gara loonii jette.... Read more »
Lammiin qomoo malee Sabni aadaa malee Fardi kooraa malee Arfaasaan rooba malee Birraan qilleensa malee hintolu. Sheekiin imaama malee Qeesiin kitaaba malee Malkaan riqichaan malee Manni saagaa malee hintolu. Qamadiin baddaa malee... Read more »
Gaaf tokko harreefi waraabessi hanga yoomiitti akka diinaatti wal ilaalla? Ammaan booda lola gidduu keenya jiru dhiisnee walitti yaa araaramnu jedhanii waliigalan. Araarichis maatiiwwan harreefi waraabessaa bakka argamanitti akka ta’u murteessuun beellama... Read more »
Shashamanneen magaalaa guddoo Godina Arsii Lixaati. Maqaan magaalaa kanaa akkamitti moggaafame? Obbo Kamaal Elemoo magaalaa Shashamannee Ganda 01 jiraatu. Akka isaan jedhanitti, dur dubartii Shaashee jedhamtutu naannawaa kanatti Farsoo gurgurti turte. Qonnaan... Read more »
Addunyaa keenya kanarratti guyyaa tokkittii keessatti dhukkuboota walquunnaamtii saalaan daddarban miliyoona tokkoo ol ta’antu nama irraa namatti darbee oola. Baakteeriyaa, vaayirasiifi paraasayitoonni baay’inaan 30 ol ta’an karaa quunnamtii saalaan ni daddarbu. Kanneen... Read more »