Rakkoo addunyaa kan hiikan namoota qaariisiisanii ilaalan qofa!

Mul’ata ilaalchisee waan baay’een jedhameera. Hiikkaan hedduun itti kennameera. Haa ta’uyyuu malee kan irratti waliigalamu yoo jiraate rakkoo har’a addunyaan qabdus ta’e dhaloonni qabu hiikuu kan danda’an namoota mul’ata qaban qofa.  ... Read more »

Maaliif jedhame?Arba Minci

Arba Minci  Naannoo Kibbaatti, magaalaa guddoo Godina Gaamooti. Barsiisaan Yunivarsitii Arba Minci, Doktar Saamu’eel Gondaree akka jedhanitti, maqaan magaalaa kanaa ‘Arba Minci’ jedhamee kan moggaafameef sababa qaba. Akkuma maqaansaa ibsu burqituuwwan 40tu... Read more »

Hantuutaafi jireenya ishee

Hantuutni qomoo dhiba shanii ol qabdi. Addunyaa irratti baayyi’nni hantuutaa  kan namaa wajjin walqixa. Hantuutni dhukkuba dabarsuudhaan kan beekamtu yoo ta’u, badii guddaa qabeenyaarraan geessi. Fincaan ishees dhukuba Weyilis (weilis disease) jedhamu... Read more »

Gorsa

Sirriitti of qajeelchuu dadhabuun 1-Bultiidhaaf gufuu ta’uudha. 2-Karoora dhabduu ta’uudha. 3-Maatii bittimsuudha. 4-Hiriyaadhaa gadi nama godha. 5-Jecha hintaaneef nama saaxila. 6-Gufuu guddinaati. 7-Kufaatii keessaa hinkaaneef nama saaxila. 8-Fira irraa nama fageessa. 9-Daandii... Read more »

Mammaaksa

Badiin bultii keessaa kudha shan;             .Shan ni dhoksu;             .Shan ni gorsu;             .Shan  ni obsu;  . Gabaan tokko dagattu  malee walii hingaltu,  . Olkaa’an malee olka’aniif hinfuudhan,  . Yaa afaanii... Read more »

Hir’ina dhiigaa (‘Anemia’)

Yeroo tokko namicha ollaa kiyyaa, “Mana yaalaa deemnaan hir’ina dhiigaafi dhiibbaa dhiigaa qabda jedhee lamaaniifuu qorichi naa ajajame. Kun akkamiin ta’a, walhinfaalleessuu?” Jedhee na gaafate. Yeroo baay’ee namoonni hiika dhiibbaa dhiigaafi hir’ina... Read more »

“Oromiyaan dirree olaantummaan seeraa itti mirkanaa’e akka taatun hawwa” -Aadde Loomii Badhoo Afyaa’ii Caffee Oromiyaa

Gaazexaan Bariisaa akkuma kanaan dura keessummoota guguddoo muuxannoonsaanii dubbistootaaf barumsa ta’a jedhee amane wajjin gaafdeebii gochuun dhiyeessaa jira. Maxxansa kanaanis Afyaa’ii Caffee Oromiyaa, Aadde Loomii Badhoo keessummaa godhachuun isinii dhiyeesseera. Bariisaa: Aadde... Read more »

Caffee: Gumii Oromoo isa guddaa

Caffeen lafa bal’aa diriiraa margaafi bishaan ga’aa qabudha. Daran bal’aa waan ta’eefis bakka namoonni hedduu walitti itti qabaman akkasumas, namoonni kallattii maraan loowwan isaanii itti bobbaafatanidha. Caffeen bakkee mijataa Oromoon waltajjii siyaasaa... Read more »

Eebba Oromoo

Oromoon Ummata Eebbisuufi Eebba jalatuudha. Kanarraa ka’uunis eebbisaa ykn Mandabaayi, jechuun afaan gii’izin yaamaa turan. Akka odeeffannootti Oromoon beekumsa maatiifi hawasaa kan itti qaru, itti cimsuufi barumsa dabarsu iddoo eebbaafi jilaatti. Kanaafis... Read more »

Miidhaa Hamaa Sab-Qunnamtii Hawaasaa (Facebook)

Guraandhala 11, 2011 Pirezideentiin biyya Misir, Hosnii Mubaarek waggaa 30 erga aangoo irra turanii booda yeroo aangoo fedhasaaniin gadi lakkisan gaazexessaan CNN Wolfi Biliizer jedhamu nama biyya Misirii aangoorra jiran Waa’el Goonim... Read more »