
Kabaja Oromoon lubbuu namaatiif, bosonaaf, lageeniif, malkaawwaniif, tulluuwwaniif, gaarreewwaniif, bineensoota bosonaafi beeladootaaf qabu guddaadha. Uumamawwan eeraman kanneeniif namni kabaja kennuu dhabeefi miidhaa irraan geessise akkaatuma sadarkaa miidhichaan seera Gadaa gumaatiin adabama. Sirni... Read more »

Kutaa 1fa Oromoon Sirna Gadaatin akka bulu beekamadha. Yaata’uutii adeemsa yeroo kessatti jijjiramni addunyaa keessatti mul’ate Gadaa keessattis mul’achaa dhufuun hin oollee. Bifuma kanaan hawaasa Oromoos haala qubannaafi walitti dhufeenya uummata alaa... Read more »

Bara kana keessa akkuma wanti gaariin jiru wantootni hamoofi nama dhiphisan baroota darban caalaa kan itti heddummaataniifi waggaatii gara waggaatti akka itti caalaa deeman qorannoon ni addeessa. Keessumaa dandeettiifi obsa geggeessitootaa kan... Read more »

Ilaalchi osoo hindhukkubsatin yaalamuu jedhu biyya keenya keessatti yeroo hedduu kan hinbaratamneedha. Namoonni yeroo hedduu kan of qorachiisan yoo haalonni garagaraa isaan dirqisiisan akka qacarrii hojiiwwan gargaraa, gara biyyoota biraa deemuufi kan... Read more »

Ummanni Oromoo tooftaalee aadaa walitti bu’insa uumaman ittiin furuufi seera kabachiisu hedduu qaba. Namoota lama, maatii, gosa lama, sabaafi sablammoota ollaa ummata Oromoo gidduutti walitti bu’insa uumamu aadaa araaraa maanguddoo hawaasaa Oromootiin... Read more »

Kutaa 4fa Dubbistootaa, kutaa sadaffaa barreeffama kanaa maxxansa keenya torbee darbeetiin isin dubbisiisuun keenya ni yaadatama. Kutaa afraffaanis kunooti. Mootichis yoo dubbatan “Goobanni Abbaafi oboleessa kiyya kan kanaan naga’eedha” haga fedhe namiidhus... Read more »

Dhalootaaf eeggachuun dubbiin, gochaan, ilaalchaan dantaa dhuunfaa irra dabarsanii egeree dhaloota irratti hojjechuu gaafata. Inni kun ammoo faayidaa dhuunfaan jaamanii dhumiinsi dhalootaa kan itti hindhaga’anme danuun yoo jiraatanillee gartuu isaan keessa yeroof... Read more »

Kaleen qaamota dhalli namaa jiraachuuf dirqama barbaadu keessaa isa hangafa jechuun ni danda’ama. Namni fayya qabeessi tokko kalee lama kara bitaafi mirgaa irraa kan qabu yoo ta’u, yeroo tokko tokko uumamaan namni... Read more »