Masaraan Mootummaa Guddichi Itoophiyaa lafa heektaara 40 irra kan qubate yoo ta’u, Waajjira Ministira Muummeefi kanneen biroo, paarlaamaa, manneen jireenyaaa Ministira Muummee, mootota darbaniifi loltootaafi bataskaanotatu irratti argama. Masarichi bara 1878 Mootii... Read more »
Dhiyeenya kana fuula sabqunnamtii garaa garaa irratti suurri armaan olii maxxanfamee ture. Namootnis waan isaanitti dhaga’aame yaada kennaniiru. Suurri kun rakkoo jeequmsaatiin uummata Sooriyaa dararfama guddaa keessa jiraniif nyaata utuu kennuu gaaffii... Read more »
Dhukkubni asmii hawaasa keesatti daran beekamaa kan ta’eefi hawaasa bal’aa kan hubuudha. Dhukkubni kun bakkaa bakkatti argamni (baay’inni) isaa addaa adda yoo ta’u, naannawa tokkotti baay’inaan kan hubu, hawaasa naannawa biraatti ammoo... Read more »
Kutaa xumuraa Kutaawwan darban lamaanitti seenaa Irreecha Hora Finfinnee ka’umsasaarraa eegalle isinii dhiheessaa turuun keenya ni yaadatama. Kutaa xumuraa kanaanis seenaa hafe isini dhiheessina, dubbisa gaarii. Mootiin Minilik dura akaakayyuunsaa Saahilasillaaseen abbaa... Read more »
Kutaa 2fa Dubbistootaa, torban mataduree kana jalatti haala moggaasa Magaalaa Finfinneetiin jalqabnee dhimmoota ijoo danuu isiin dubbisiisuun keenya ni yaadatama. Maxxansa kanaan kutaa ittaanu isin biraan geenya. Dubbisa gaarii! Mootii Minilik II... Read more »
Irreechi ayyaana guddaa Oromiyaa keessatti, akkasumas biyyoota ambaattis waggaatti si’a lama kan kabajamu inni tokko Irreecha Birraa jedhamee kan beekamu ji’a Fulbaanaa keessa kan kabajamuufi inni lammaffaan ammoo Irreecha arfaasaa kan ji’a... Read more »
Kutaa 2fa Mallattoolee akkamii argisiisaa? Yeroo hedduu hawaasa keessatti dhukkuba tiibii kan jedhamu yoo namni qufaa/qufaasisaa qabaate qofa. Haa ta’u malee tiibiin mallattoolee hedduu kana jechuun namatti ulfaatuufi qaama namaa keessaa kam... Read more »
Maarehoo: Faaruu kana dubartiinis dhiirriis walumaan faarsaa deemu. Namni tokko ni dha’ata. Namoonni kuun jalaa qabu. Yoo jalaa qabanis ‘maree-hoo maree-hoo’ jedhu. Hoo yaa maree -hoo! jecha jedhu irra deddeebi’anii qabu. Kan... Read more »