Barattuu Na’imaa Tiijjaanii A/Biyyaa jedhamti. Godina Jimmaa Aanaa Geeraa, Ganda Xinbaa Calleetti bara 1992 Haggayya 28 maatiishee, barsiisota lamaan Obbo Tiijjaanii A/Biyyaafi Harmeeshee Aadde Makkiyyaa Mahammadirraa dhalatte. Barattuun tun bara 1999 kutaa... Read more »
Dubbistoota keenya, maxxansa keenya torban lamaan darbeetiin mataduree kanaan seenaa Mootummaa Limmuu isin dubbisiisuun keenya ni yaadatama. Kutaa sadaffaafi inni dhumaas akka ittaanutti dhiyaateera. Abbaa Bagiboo rakkinni yoo isaan qunnames akkamitti akka... Read more »
Qaccee Mootolii Darraa Gurmuu /Sa’idoo/ Wadaajoo Dabboo Asanuu Waaqoo Oromoon Darraa Oromoo Tuulama gara kaaba gidduugala malkaa Jammaafi Abbayyaatti kan argamuudha. Seenaan Oromoo Darraa jaarraa 13fa irraa kaasee Sulxanoota Ifaatti wajjin hariiroo... Read more »
Sadaasa 16 bara 2017 magaalaa Finfinneetti walga’ii Komishinii Dinagdee Afrikaa irratti Priska Mandimika namni jedhamtu lammii biyya Namibiyaa barbaachisummaa dargaggoota angeessuu irratti yeroo dubbattu mootummootni biyya Afrikaa dargaggootaaf hojii uumuun barbaachisaa ta’uu... Read more »
Waa’ee vaayirasii HIV namni hubannoo hinqabne hangi ta’e jiraachuu mala. Namni tasuma dhageettii hinqabne jira jechuun garuu ulfaataadha. Namni kamuu dhageettiifi hubannoo yoo qabaate, haga fedhes yoo waa’ee vaayirasii kanaa dubbiseera yoo... Read more »
Waggoota lama dura ummanni Oromoo Gujiifi Kooree Naannawa Nacci Saar jiraatu kanneen gama Gujii Lixaatiin Aanaa Galaanaa gama naannoo Kibbaatiin Aanaa Amaaroo keessa jiraatan walitti bu’anii lubbuun namaa darbeera, qabeenyis barbadaa’eera. Kanarraa... Read more »
Wantootni tamboo wajjin walqabatanii araada namatti ta’an kan namootni irraa of eeggachuu dandaa’aniidha. Haa ta’uyyuu malee yeroo ammaa waggaatti du’a namoota miliyoona saddeet ta’aniif sababa guddaa ta’eera. Rakkoon gama shiishaa xuuxuun dhufu... Read more »
Dhukkubni saree maraatuu dhukkuba vaayirasiidhaan dhufuufi kan ciniinnaa bineeldota garagaraan namatti darbuudha. Dhukkubni kun addunyaarraa biyyoota mararratti kan argamuufi namoota qabate keessaa hanga dhibbentaa %99 kan lubbuu galaafataudha. Dhukkuba kana harka dhibba... Read more »