Itoophiyaa ammayyaafi Raas Goobanaa Daaccii

Biyyi teenya Itoophiyaan seenaa mootummaadhaan buluutiin baroota dheeraa  qabdi. Seenaa baroota dheeraa kana keessatti iddoo tokkotti ta’uu  baatus  kallattiiwwan biyya kanaatti mootota ka’aniifi kufan baay’etu mul’achaa ture. Haala kanaan gara kaabaafi giddugala ... Read more »

Qaama furmaataa haa taanu!

Biyya lafaa kanarratti utuu rakkoon hinjiraannee wantootni bara kana nama ajaa’ibsiisan hedduun hinkalaqaman turan. Fakkeenyaaf dhukkubni utuu hinjiraannee dawaan, salphaatti ardii tokkoo gara ardii  biraa dhaquun utuu danda’amee xiyyaarri, namni salphaatti waamee... Read more »

Paarkii Tokkummaa keessaa

Paarkiin Tokkummaa iddoowwan hawwata turiistii jaha qaba. Isaanis Hola (Leenca Gurraacha), iddoo biqiltuu biyya keessaa, ibsituuwwan duudhaalee naannolee, bakka magariisaa, iddoo beeladootaa, gamoowwan seenaqabeeyyii masarichaati. Leenca Gurraachaa Holqa miidhaginaan tolfameefi dheerina meetira... Read more »

Jeequmsa sammuu

Namoonni jeeqama sammuu qaban akkaataa itti yaadan, itti hubataniifi amalasaanii ilaalchisee rakkinni isaan qaqqabuu danda’a. Jecha gara biraatiin yaadni, hubannoofi amallisaanii waldhahaa ta’a jechuudha. Kunis walitti dhufeenya nama wajjin qabaatan, jiruufi gammachuu... Read more »

Eeyye Har’a Walqixa

Maal dubbadhee maaliin dhiisaa Roorroofi dhiibbaa yeroo sanaa Aniifi obboleeyyan koo baayyee midhamne ‘Dubartiin goolaa olitti’ jechama jedhuun ukkamamne Abbaan manaa abbaa mirgaa kan fedhe raawwatee Ani dhaggeeffattuu inni dubbataa turee +++++++++++++++++++++... Read more »

Siiqqee

Siiqqeen hiikaa hedduu qabdi. Siiqqeen ulee qal’oo dubartootni qabatanidha. Ulee ulfinaati. Handhuura intalaatiif guyyaa cidhashee kan kennamuudha. Siiqqeen mallattoo ulfinaafi aangoo dubartummaati. Uleen kun immoo kan tolfamtu muka waddeessaarraa yoo ta’u,  dhadhaafi... Read more »

‘Abeebee Suuq’ maaliif jedhame?

Magaalaa Finfinnee, fuuldura Imbaasii Ingiliizii bakki ‘Abeebee Suuq’ jedhamuun beekamu ni jira. Bakka kana namoonni naannawichaa maaliif akka jedhame yoo gaafattan namicha Guraagee tokkotu asii suuqii qaba ture, isumaan waamamee hafe jedhu.... Read more »

“Itoophiyaan biyya barreessaa seenaa dabsu faarsitu kan dhugaaf dhaabbate hiraarsitu turte” -Gaazexeessaafi Barreessaa Isaayyaas Hordofaa

Sirni darbe sirna cunqursaa ta’uusaatiin barreessitoonni seenaa dabsan jajjabeeffamaa kanneen seenaa dhugaa katabaa turan  ajjeefamaafi dhiitamaa turuu Barreessaafi Gaazexeessaa Isaayyaas Hordofaa ni dubbata. Dhiibbaa gama kanaan barreessitoota seenaa dhugaarratti qaqqabaa tureen hedduun... Read more »

Paarkii tokkummaa bakka ibsama duudhaalee sabootaa

Paarkiin Tokkummaa mooraa Masaraa Guddichaatti kan argamu yoo ta’u, keessoosaatti hawwattoota seenaa, uumamaafi aadaa qabateera. Masaraan kun kan hundaa’e bara 1878 yoo ta’u, lafa hektaara 40 irra qubateera. Paarkii Fulbaana 30 bara... Read more »

“Ani barsiisummaafan uumame, biyyi rakkattee hojii birootiif na barbaannaan awwaachuuf dirqame” -Doktar Addunyaa Dabalaa

“Yeroo jalqaba  barsiisummaarraa muudamaan gara hooggansaatti yeroon dhufu  waantonni hundi bitaa natti galan. Yunvarsiitii keessatti haalli hojii keenyaa ifaafi bilisaan waan barattootni baruu qaban hunda iccitiifi of eeggannaa tokko malee barsiisaa turre.... Read more »