
Haa ga’u qopheessitoota Gaazexaa Bariisaatiif Duraan dursee nagaa teenya kan onneerraa buqqaate isinii dhiheessina. Kanumattillee aansinee wanna kanaa gadii bo’oo xalayaarratti akka nuu barreessitan (katabdan) isin gaafanna. Waggaa lamaa asitti kan barreeffamtee... Read more »

Filannoon Dhaloota Kiristoos Dura bara 508 Giriikotaan akka eegalameefi booda keessa bifa ammaa kana qabaachaa yoo deemellee jalqabatti amala alta’umsaa (negative election) kan qabu ture. Namootni filachuu danda’an dhiirota abbaa lafaa ta’an... Read more »

Namni tokko jireenya isaa ykn ishee guyyaa guyyaa keessatti waan dhimma fayyaa waliin wal hin qabanne kan biroo yoo hojjetan karaalee hedduudhaan fayyaa ofii akka miidhan beekamaadha. Kunis Fayyaan nama tokkoo kan... Read more »

Afaan Oromoo eddii afaan barnootaafi hojii ta’ee waggoonni kurna lamaa ol lakkaa’amaniiru. Ta’us haala qubeessaa, hiikaafi moggaasa jechootaarratti miidiyaalee dabalatee iddoowwan adda addaatti garaa garummaan tokko tokko ni mul’atu. Gaazexaan Bariisaas akkuma... Read more »

Namni Naappoliyoon Bonapartee (1769-1821) jedhamu ajajaan loltoota biyya Faransaay booda keessa mootii biyyichaa kan ta’eefi biyyoota Awurooppaa hedduu waraanaan harka Faransaay jala akka galan kan taasise dubbii hedduu dubbate keessa kan hinhirraanfatamne... Read more »

Dhukkubni vaayirasii koronaa (corona virus) jedhamu durumaan dursee kan argameefi namoota hedduu kan qabataa ture ta’uun akkuma beekamutti ta’ee, yeroo ammaa akka addunyaatti sadarkaa sodaachisaafi dhala namaa dhiphina guddaa keessa galchurra jira.... Read more »

Sirni Gadaa sirna ittiin bulmataa Oromooti. Gadaan jaarmiyaa umuriifi dhalootan ijaarame yoo ta’u, sirna bulchiinsaa dimokraatawaadha. Gadaan sirna siyaasni, dinagdeefi hawaasummaan ummata Oromoo ittiin murteeffamuufi kan miseensi sabichaa mirgaafi dirqamasaa beekee ittiin... Read more »

Ilaalchi kee jireenya kee ni murteessa. Ilaalchi hundee milkaa’inaa yookaan kufaatii ati kanaan dura qabaachaa turtee yookaan gara fuula duraatti qabaattuuti. Ilaalchi ati qabdu itti gaafatamummaa guddaaf si qopheessuus ta’e bakka jirtuu... Read more »