Dhiibbaa dhiigaa (Hypertension) jechuun maal jechuudhaa? Dhiibbaa dhiigaa jechuun dhiibbaa dhiigni qaama keenya keessa yaa’u ittiin ujummoolee dhiigaa (artery) ittiin dhiibu jechuudha. Dhiibaan dhiigaa kun lakkoofsa ‘millimeter mercury’ kan safaramu yoo ta’u,... Read more »
Ummata Oromoos ta’e saboonni biroo biyya keenyaa waggoota dheeraaf sirnoota gita bittootaatiin hacuucamaa, dhiitamaa, gidirfamaa turuusaanii seenaan ragaa baha. Haata’u malee haalaafi qaawwa argateen hunduu gabrummaafi dhiittaa mirga namummaa jalaa bahuuf daqiiqaa... Read more »
Kabaja Oromoon lubbuu namaatiif, bosonaaf, lageeniif, malkaawwaniif, tulluuwwaniif, gaarreewwaniif, bineensoota bosonaafi beeladootaaf qabu guddaadha. Uumamawwan eeraman kanneeniif namni kabaja kennuu dhabeefi miidhaa irraan geessise akkaatuma sadarkaa miidhichaan seera Gadaa gumaatiin adabama. Sirni... Read more »
Kutaa 1fa Oromoon Sirna Gadaatin akka bulu beekamadha. Yaata’uutii adeemsa yeroo kessatti jijjiramni addunyaa keessatti mul’ate Gadaa keessattis mul’achaa dhufuun hin oollee. Bifuma kanaan hawaasa Oromoos haala qubannaafi walitti dhufeenya uummata alaa... Read more »
Bara kana keessa akkuma wanti gaariin jiru wantootni hamoofi nama dhiphisan baroota darban caalaa kan itti heddummaataniifi waggaatii gara waggaatti akka itti caalaa deeman qorannoon ni addeessa. Keessumaa dandeettiifi obsa geggeessitootaa kan... Read more »
Ilaalchi osoo hindhukkubsatin yaalamuu jedhu biyya keenya keessatti yeroo hedduu kan hinbaratamneedha. Namoonni yeroo hedduu kan of qorachiisan yoo haalonni garagaraa isaan dirqisiisan akka qacarrii hojiiwwan gargaraa, gara biyyoota biraa deemuufi kan... Read more »
Ummanni Oromoo tooftaalee aadaa walitti bu’insa uumaman ittiin furuufi seera kabachiisu hedduu qaba. Namoota lama, maatii, gosa lama, sabaafi sablammoota ollaa ummata Oromoo gidduutti walitti bu’insa uumamu aadaa araaraa maanguddoo hawaasaa Oromootiin... Read more »