Hirriba gahaa rafuu dhabuun rakkoolee akkamiif nama saaxiluu mala?

Hirribni jiruu dhala namaa kessatti bakka ol’aanaa kan qabuu fi namni tokko walumaa galatti hirriba osoo hin rafiin akka lubbuun jiraachuu hin dandeenye beekamaadha. Haa ta’uu garuu turtiin dheerina hirribaa, yeroon hirriba... Read more »

Afaan Oromoo ija waaltinaatiin

Dubbistootaa, maxxansa keenya torbee darbeetiin mataduree kana jalatti maalummaa waaltinaa haala Afaan Oromoo ammaan tana irra jiruun walqabsiisnee waan hayyootarraa odeeffannee isin dubbisiisuun keenya ni yaadatama. Maxxansa kanaanis dhimmuma mataduree kanaan walqabate... Read more »

“Waan gaarii tokko yeroo hojjettu waantota gaarii birootiif kaadhimamta” -Doktar Girmaa Amantee

Keessummaan keenya maxxansa kanaa hayyuu saayinsii bosonaa Doktar Girmaa Amanteeti. Doktar Girmaan yeroo ammaa Sadarkaa Pirezidaantii Ittaanaatti Qindeessaa Misooma Baadiyyaa Oromiyaa ta’uun hojjechaa jiru. Gaafdeebiin isaan Gaazexaa Bariisaa wajjin taasisanis akka armaan... Read more »

Mootota Aluu Abbaa Booraa

Kutaa 3fa Dubbistoota keenya, maxxansawwan keenya torban lamaan darbaniitiin seenaa mataduree kana jalatti waa’ee seenaa Mootota Abbaan Boor isin dubbisiisuun keenya ni yaadatama. Maxxansa kanaan kutaa sadaffaafi dhumnisaa akka armaan gadiitti dhiyaateera.... Read more »

Sirna Muudaafi Waalta’insa Oromoo

Kutaa 1fa Qorattoonni dameelee adda addaa waa’ee Muudaafi abbaa Muudaarratti barreessaniiru. Garuu barreeffamoonni qorattoota kanneenii dhimma odeeffannoo Abbaa Muudaa, Sirna Muudaafi maalummaa Muudaarratti hir’ina hedduu qaba. Hunda caalaa seenaa Muudaa sirriitti lafa... Read more »

Summiiwwan faayidaa qaban

Namni yoo dhukkubsatee mana yaalaa deemu, qoratamee dhukkubasaa addaan baafatee beekee, yoo kan qoricha qabu ta’e qoricha isaa fudhatee fooyya’uuf, yoo danda’ame ammoo fayyuufidha. Kana jechuun namni tokko yoo mana yaalaa deemuu... Read more »

Ilaalchi hamaan aramaa waan ta’eef gaarii hudhee balleessa

Waa’ee ilaalchaarratti namootni baay’een kitaabileefi barreeffamoota adda addaa barreessaniiru. Dhiibbaa Ilaalchonni gaariifi hamaan namarraan gahan ilaalchisee waan hedduun dubbatameera. Kutaa keenya har’aa keessatti ilaalchi gaariin maal akka ta’eefi attamitti akka gabbifachuu dandeenyu... Read more »

“Simboo Oromummaa Shaashamannee deebisuuf hojjetaa jirra” “Simboo Oromummaa Shaashamannee deebisuuf hojjetaa jirra” – Obbo Adam Kamaal

Dhiittaa mirgaa sirni nama nyaataa sabaafi sablammiilee Itoophiyaanotaarratti qaqqabsiisaa tureen miirri saba ofii fakkaachuu, aadaafi duudhaa ofii dhaaluu jaarraa hedduuf ukkaamfamaa tureera. Ukkaamsaa qaqqabaa ture kanaan Oromoon ta’e saboonni biroo maqaa agarsiistuusaanii,... Read more »

Afaan Oromoo ija waaltinaatiin

Afaan Oromoo afaanota addunyaa kanarratti namoota baay’eedhaan dubb ataman keessaa isa tokkoofi afaanota guguddoo jedhamanii kaa’aman keessatti akka ramadamu ogeessonni afaanii ni ibsa. Qeesii Kaatoolikii kan turaniifi waa’ee dhimma Oromoo barreessuun kan... Read more »

Mootota Iluu Abbaa Booraa

Kutaa 2fa Ka’umsa Sirna Qoroofi Abbaa Malkaa kanaatiif dhimmi guddaan babal’ina daldalaa, amantiifi qabeenya kuufachuu akka ta’e ragaaleen ni himu. Haa ta’u malee Qoroowwan kunniiniifi ijaaramni abbootii Malkaa Gadaa laaffisan malee duudhaalee... Read more »