Manneen murtii aadaa seera aadaatiin hojjatan akka hundaa’an kan tumame labsii lakkoofsa 240/2013 jalatti yemmuu ta’u, kunis qaama adeemsa duudhaa ganamaatti deebi’uuf sadarkaa Oromiyaatti taasifamaa jiruuti. Bakka manneen murtii aadaa kunniin itti... Read more »
Dhiigi cubbuu namaafi biyyarraa dhiqee Waaqa waliin araara buusa jedhamee amanama. Waa’ee qulqulleessuu dhiigaafi aarsaa yoo kaasnu kan waan kana raawwatu Oromoo qofa miti. Amantileen addunyaa kanarra jiran kan warra Kiristaanaa keesumaa... Read more »
Faawundeeshiniin Doktara Kabajaa Artisti Alii Birraa dilbata darbe (Waxabajjii 16 bara 2016) Finfinnee Hoteela Iskaayilaayitiitti bakka aanga’oonni mootummaa olaanaa naannoo Oromiyaafi federaalaa, maatiin artistichaa, Abbootii Gadaa, Haadholiin Siinqee, abbootii qabeenyaa, artistootaafi keessummooni... Read more »
Kutaa 3ffaa Kadhannaa Irreecha Tulluu irratti gaggeeffamu Irreechi tulluu irreecha itti Waaqa kadhatan yoo ta’u, ergaansaas: rooba nagaa nuu roobi, cabbiifi qilleensa hamaa nu oolchi, roobii sanyii nuuf biqilchi, kan biqiletti ija... Read more »
Kutaa 2ffaa Tulluun maaliif filatame? Akka amantaafi falaasama Oromootti, tulluun bakka samiifi lafti itti Walquunnamu jedhamee amanama. Tulluun madda bishaaniiti, bishaan ammoo lubbuudha, tulluu golgaadha, dhukkuba kallattii masaanuun nurra dabarsa, dahoo bineensotaati,... Read more »