“Ummanni aartii hinqabne aadaafi eenyummaa hinqabu” jedhu hayyoonni damee aartii. Aartiin ibsituu aadaa, duudhaa, seenaafi eenyummaa saba yookiin ummata tokkooti. Akkasumas ummanni tokko aartiitti fayyadamuun gammachuu, gadda, xiiqii, argachuu, dhabuu, mo’uu, mo’amuufi... Read more »
Waasihun Takileetiin Itoophiyaan dachee sabaafi sablammiileen 83 ol keessatti argaman ta’uusheetiin duudhaalee, aadaawwan, sirnootaafi ayyaanonni garagaraa agarsiistuu sabaafi sablammii ta’an akkasumas, madda galii ta’uun biyyattii beeksisuu danda’an kan keessatti argamanidha. Kanaan dura... Read more »
Inistitiyuutiin Qo’annoofi Qorannoo Oromoo Labsii 242/2014n kan hundaa’e yoo ta’u, dhimma afaan, aadaa, aartiifi seenaa Oromoorratti xiyyeeffatee qo’annoofi qorannoo bal’aa adeemsisaa jira. Mootummaan Naannoo Oromiyaa inistitiyuutichi dhimma afaan, aadaa, duudhaa, aartiifi seenaa... Read more »
Qabsaa’otaafi artiistoota gurguddoo gadameessa Oromoo keessaa bahanii ummata Oromoof oolmaa guddaa oolaniin maqaa gaariifi seenaa boonsaa dhalootarraa dhalootatti darbu horatan keessaa tokko kan ta’e qabsaa’aafi artiistii jaalatamaafi kabajamaan Zarihun Wadaajoo Abbaa isaa... Read more »
Soomni baatii Ramadaanaa utubaalee gurguddoo namni Amantii Islaamaa hordofu tokko raawwachuu qabu keessaa isa tokko yommuu ta’u, dirqama islaamaa kan quraanaa, hadiisaafi ijmaa’aan mirkanaa’ee jiruudha. Rabbii akkana jedhe “Yaa warra amantiin dirqamni... Read more »