Saamraawiit Girmaatiin Artisti Ittaanaa Tolasaa Bara 1954tti, Godina Wallagga Bahaa, baadiyyaa Naqamtee bakka Basaqa jedhamutti dhalate. Barnootasaa sadarkaa tokkoffaas bakkuma dhalootasaarraa miilaan deeddeebi’aa magaalaa Naqamteetti barate. Yommuu sadarkaa lammaffaatti darbus Mana Barumsaa... Read more »
Durbi Sidaamaa hanga heerumtutti gurrashii mirgaa hinurattu. Fuudhaafi heerumni kennaa uumaan ganamuma dhala namaa badhaase yoo ta’u, duudhaa ummatichaa giddugaleeffachuun sirnoota gara garaa keessa darbee karaawwan adda addaa kan gaggeeffamudha. Barreeffama keenya... Read more »
Aadaan ummataa karaawwan addaddaatiin ibsama. Uffannaa, nyaata, sirba, kabaja ayyaanaafi sirnoota garagaraatiin jechuudha. Oromoonis saba guddaa ibsamawwan aadaa kanneeniin daran badhaadhedha. Oromoon aadaasaatiif bakka guddaa waan kennuuf kabaja olaanaa kennaaf. Nama jaallatuuf,... Read more »
Charinnat Hundeessaatiin Godina Arsii Lixaa, Aanaa Nageellee Arsiitti tumaan seera Aadaa “daa’imman aadaa hojii gaarii malee kadhaa hindhaalchifnu” jedhu sababeeffachuun tumaan seera aadaa abbootii Gadaatiin darbeera. Tumaan kun yeroosaa kan eeggateefi barsiifata... Read more »
Natsaannat Taaddasaatiin Baandiin Biiftuu Oromiyaa hundeeffamasaa waggaa 30ffaa sababeeffachuun magaalota naannolee Itoophiyaa gara garaarra naanna’uun Sagantaa Konsartii Muuziqaa mataduree “Artiin Tokkummaafi Sabdaneessummaa Biyyaalessaatiif” jedhuun dhiyeessaa jira. Konsartichi qindeessummaa Biiroo Aadaafi Turiizimii Oromiyaafi... Read more »