Ayyaanonni Ashandaa, Ashandiyyee, Shadaayiifi Solal ayyaanota Kaaba Itoophiyaa Naannoo Tigiraayiifi Amaaraatti daran beekamaniifi jala bultii bara haaraatti kabajamaniidha. Ayyaanonni kunneen Hagayya 16-26tti kan kabajaman yoo ta’u, keessumaa naannoo Amaaraa, Tigraayiifi Magaalaa Finfinneetti... Read more »
Goobeefi Shinooyyeen ayyaana dargaggoonniifi shamarran Oromoo uffannaafi faayaawwan aadaatiin bareedanii, riifeensa isaanii tolfatanii sirbaafi shubbisa aadaatiin jala bultii bara haaraatti kabajaniidha. Akkasumas ayyaana dargaggoonniifi shamarran itti wal ilaallataniifi wal kaadhimatan ta’uutu himama.... Read more »
Kutaa xumuraa Holqi iddoo uumamaa lafa jalaa qaawwa qabuudha. Karaa dhiphoo (koridoorii)fi golee (holqa) qabaachuu danda’a. Yeroo baay’ee kan uumaman bishaan asiidii (dhadhaa) lafa jalaa dhagaa lallaafaa kan akka dhagaa nooraa yeroo... Read more »
Shinooyyeen (ingiccaa buqqifannaa) ayyaana ijoolleen dubaraa /shamarran hinheerumiin waggaatti yeroo dhuma arfaasaa yookaan ganna keessa akkuma ollaafi walitti dhiyeenyasaaniitti waliin kabajaniidha. Walleen gaafa Ingiccaa weellisan Hiyyoo, hiyyoo yaa daraarookoo Waggaa malee hindeebitu... Read more »
Kutaa 4ffaa Aartii Dhagaafi Fakkiiwwan Holqoota Oromiyaa Aartiin dhagaa Oromiyaa duudhaa aartii diimame yoo ta’u, sulula, tulluuwwaniifi gaarreen naannawaa holqa ishee keessatti argama. Hanga ammaatti iddoowwan 127 muraasa qofatu argame. Fakkiiwwan kunneen... Read more »
Kutaa 3ffaa Seenaan Duraa maali? Yeroon fagoo darbe yeroo waraqaa ykn afaan ykn jechi barreeffamaa hinjirre, sababuma kanaan kitaabonni ykn sanadni barreeffamaa hinjirre, bara Seenaa Duraa jedhamee waamama. Namoonni Seenaa Duraa hanga... Read more »