“Duudhaan osoo dhiifama walii hingodhiin malkaatti bahanii irreeffachuun hindanda’amu jedhu deebi’uu qaba” -Barreessaafi Gaazexeessaa Birruu Tsaggaayee

Hayyuun seenaafi gaazexeessaa Birruu Tsaggaayee maatii of jalaa qabaachuu baatus dhala hinduuneefi hindulloomne godhataniiru. Kan dhalachuuf jirus of harkaa qabu. Kunis isaan boonsa. Hayyuun kun namoota seenaan leellisaa hafu keessaa tokko. Gaafa... Read more »

 Ayyaana Masqalaa gama duudhaa amantii, aadaafi hawaasummaatiin

Itoophiyaan hambaalee 15 ‘UNESCO’tti galmeessisuudhaan biyyoota Afrikaa keessaa sadarkaa jalqabaarratti argamti. Hambaalee biyyattii hambaa addunyaa ta’anii galmaa’an keessaa 11 kan qaqqabataman (tangible) yoo ta’an, afur hambaalee kiliyaa (hinqaqqabatamnedha). Ayyaanni Damaraa Masqalaa (Mijjirii),... Read more »

“Irreechi ulfoodha, haadholiin gufachuu, abbootiin mufachuu hinqaban”Haadha Siinqee Siikkoo Mandoo Shamsiyyaa Guutamaa

Irreechi ulfoodha, xiqqaafi guddaan kabajama, waggaa waggaan bari’uu birraa hordofee ummata Oromoo biratti haala ho’aadhaan osoo amantiidhaan, lagan, gandaanfi ilaalchaan walhinqoodiin Oromoon tokkummaan bahee uumaasaa kan itti galateeffatuudha. Kanarraa kan ka’e ummaticha... Read more »

 “Ayaannonni torbaanota ittaananitti kabajaman biyyattiidhaaf madda abdii gaarii malee sodaa ta’uu hinqaban”- Sheek Jamaal Muusaa, Pirezidaantii Mana Marii Dhimmoota Islaamummaa Oromiyaa

Ijoollummaadhaan barnoota amantii Islaamaa barachuudhaan yeroo ammaa abbaa amantii guddaa kan ta’an, Imaama Masjiidota gara garaafi qaadummaadhaan (abbaa seeraa Mana Murtii Shari’aa ta’uudhaan) iddoowwan adda addaatti tajaajila hawaasaa kennaa turan. Harargee Bahaatti... Read more »

Waloomni keenya miidhaginaafi humna keenya

Qaam’ee ja’a Wiixata darbe jala bultii bara haaraa 2016tti ‘Guyyaa Waloomaa’ ta’ee sadarkaa biyyaafi naannolee Itoophiyaatti sagantaalee gara garaatiin kabajameera. Guyyaan kun sadarkaa Naannoo Oromiyaatti Qindeessummaa Biiroo Aadaafi Turizimii Oromiyaatiin Finfinnee, Giddugala... Read more »

 “Kaayyoon miseensa garee ‘BRICS’ ta’uu Itoophiyaa inni olaanaan dinagdeeshee guddisuurratti xiyyeeffata” – Biraanuu Danuu (PhD)

Keessummaan Gaazexaa Bariisaa maxxansa kanaa Yunivarsitii Finfinneetti, Barsiisaafi Hayyuu Dinagdee kan ta’an Doktar Biraanuu Danuu yoo ta’an, gaafdeebii isaan waliin dhimmoota dinagdee Itoophiyaarratti xiyyeeffachuun taasifne akka armaan gadiitti dhiyaateera. Bariisaa: Bakka dhalootaa,... Read more »

Hawwii gaarii bara haaraa artistootaa

Bara moofaa 2015 xumurree bara haaraa 2016 simachuuf guyyoota lama qofatu nu hafa. Gaazexaan Bariisaas bara haaraafi birraa bari’aa jiru kana sababeeffachuun artistoota waa’ee ayyaana waggaa weellisuun beekaman sadii jechuunis Artisti Gaarummaa... Read more »

‘ONE.KOO’: Warshaa bunaadaqiiqaa 15 hanga 20tti buna kiiloogiraama 120 ol akaa’ee, daakeefisaamsee gabaaf dhiyeessu

“Nooruu yaa bunaa fayyuun baranumaa” jedhamee weellifameefiira, faayidaansaa daran olaanaafi kabaja qabeessa waan ta’eefis “Bunaafi Nagaa Hindhabiinaa” jedhee Oromoon waleebbisa, bunni utubaa dinagdeen biyyaafi omishtootaa itti ijaaramu, faajjii qabeenya uumamaa biyyi keenya... Read more »

 Baandii Shanan Gibee indastirii Muuziqaa Oromoo guddisuu keessatti

Gaafa wallee, “Asham yaa maatabee, asham yaadammakoo asham yaa Niqiisee ashaam yaa kuulatoo; akka badee hindhufnee Gibeen nahinceessisu; akkan obsee hinteenyeef Maatabeekoo; yaaddoonkee na hinteessisu; ya haadha Faaris Faaroo beenu hinbuuna katamaa... Read more »

 “Xiyyeeffannoon kennamnaan atileetiksii keenya sadarkaa yaadnuun ga’uu ni dandeenya” -Komaandar Maarqos Gannatii

Atileetonni Itoophiyaa tibba kana Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 19ffaa Hangaarii, Budaapeestitti adeemsifamerratti hirmaatan warqii lama, meetii afuriifi nahaasa sadii waliigalaan meedaaliyaawwan sagal argachuun addunyaarraa sadarkaa ja’affaa, Afrikaarraa lammaffaa ba’uunsaanii ni yaadatama. Qabxiin kun... Read more »