“Guyyaa tokko fardikoo bishaan galaana Diimaa nidhuga” – Lij Iyyaasuu

Addunyaa sadii afraffaanshii galaanaan uwwifame keessaa biyyoonni balbala galaanaa hinqabne sadarkaa addunyaatti biyyoota 44 yoo ta’an, sadarkaa Afrikaattimmoo biyyoota kudha jaha. Afrikaatti biyyoota balbala galaanaa hinqabne keessaa Itoophiyaan ishee tokko yoo taatu,... Read more »

Artisti Halloo Daawwee weellistuu qofa utuu hintaane qabsooftuu cimtuu turte

Artistii gameettiifi jaalatamtuu Oromoo Halloo Daawwee Sanbata darbe du’aan addunyaa kanarraa kan boqotte yoo ta’u, sirni geggeessaafi awwaalcha reeffashee Wiixata darbe Magaalaa Adaamaatti bakka maatiin, firoonni, hoggantoonni mootummaa naannoo Oromiyaa, Dirree Dhawaafi... Read more »

 “Naannoon Sidaamaa gama tajaajila faayinaansii ammayyaatti fayyadamuutiin naannolee kaaniif fakkeenya ta’aa jira”Doktar Araaroo Garramoo, Hogganaa Biiroo Faayinaansii Naannichaa

Doktar Araarsoo Garramoo Hogganaa Biiroo Faayinaansii Bulchiinsa Naannoo Sidaamaa yemmuu ta’an, naannichi erga Naannoo Sabaafi Sablammoota Kibbaa jalaa bahee of danda’ee as faayidaawwan gama hawaasummaafi dinagdeetiin akkasumas siyaasaatiin gonfaterratti, ak­kasumas rakkoolee daangaa... Read more »

 “Wanciidhaaf amma biiftuun bahaa jirti” -Obbo Dhaabaa Jinfeessaa, Qindeessaa Pirojektii Ikkoo Turizimii Wancii-Dandii

Pirojektoota gugguddoo sadii sagantaa, ‘Maaddiin Biyyaaf’ jedhamuun moggafaman Ikkoo Turizimii Wancii-Dandii, Koyishaafi Gorgoraa kaka’umsa Ministira Muummee Itoophiyaa Abiyyi Ahmadiin (PhD) eegalan keessaa Oromiyaatti kan argamu Ikkoo Turizimii Wancii-Dandiiti. Pirojektiin kun waggoota lamaan... Read more »

Magaalota akka Finfinneefi Bishooftuutiif humna dinagdee dabalataa ta’aa kan jiru; kabaja ayyaana Irreechaa

Ayyaanotni addababa’itti namoota hedduun kabajaman Irreecha dabalatee carraa aadaa ofii ibsachuufi warra hinbeekneef barsiisuu cinatti, hawaasa magaalaa Finfinneetiif faayidaa olaanaa ta’e qabu. Keessattuu ayyaanotni akka Irreechaa ummata karaa dheeraa imaluudhaan gara magaalatiitti... Read more »

 Irreecharratti yaada abbaa Gadaafi hayyuu seenaa

yyaana Irreechaa har’aafi boru Finfinneefi Bishooftuutti kabajamu sababeeffachuun haala kabajasaa duraafi ammaa akkasumas dhimmoota isaan walqabatan biroorratti Abbaa Gadaa Maccaa Warqinaa Tarreessaafi hayyuu seenaafi Pirezidaantii Waldaa Maccaafi Tuulamaa Obbo Dirribii Damusee dubbisneerra.... Read more »

 Irreechaafi mana nyaata aadaa Oromoo Finfinneetti

Tibba Irreechaa kanatti manneen nyaataa aadaa keessummootasaanii simatanii keessumeessuutti daran ko’ommatu. Keessumaa Ayyaana Irreechaa guddicha har’a Finfinneetti, bor ammoo Bishooftuutti kabajamurratti manneen nyaataa aadaa Oromoo isa yeroo kaanii caalaa hojiin itti baay’ata.... Read more »

 “Akkuma Afrikaattuu ayyaanni addababa’ii ummanni miliyoona afurii ol waltajjii tokkorratti waliin kabaju Irreecha qofa” -Obbo Geetaachoo Taaddasaa (Qorataa Sirna Gadaa)

Keessummaan Bariisaa maxxansa kanaa Yunivarsitii Diillaatti barsiisaa seeraa, Yunivarsitii Bulee Horaatti ammoo barataa doktareetii Gadaafi Bulchiinsaa, Obbo Geetaachoo Taaddasaati. Gaafdeebii Gaazexaan Bariisaa Wiixata darbe duudhaaleefi jaarmiyaalee Sirna Gadaarratti xiyyeeffachuun turtii Qorataa Sirna... Read more »

 “Duudhaan osoo dhiifama walii hingodhiin malkaatti bahanii irreeffachuun hindanda’amu jedhu deebi’uu qaba” -Barreessaafi Gaazexeessaa Birruu Tsaggaayee

Hayyuun seenaafi gaazexeessaa Birruu Tsaggaayee maatii of jalaa qabaachuu baatus dhala hinduuneefi hindulloomne godhataniiru. Kan dhalachuuf jirus of harkaa qabu. Kunis isaan boonsa. Hayyuun kun namoota seenaan leellisaa hafu keessaa tokko. Gaafa... Read more »

 Ayyaana Masqalaa gama duudhaa amantii, aadaafi hawaasummaatiin

Itoophiyaan hambaalee 15 ‘UNESCO’tti galmeessisuudhaan biyyoota Afrikaa keessaa sadarkaa jalqabaarratti argamti. Hambaalee biyyattii hambaa addunyaa ta’anii galmaa’an keessaa 11 kan qaqqabataman (tangible) yoo ta’an, afur hambaalee kiliyaa (hinqaqqabatamnedha). Ayyaanni Damaraa Masqalaa (Mijjirii),... Read more »