Dhiyeenya kan hundaa’e Naannoon Giddugaleessa Itoophiyaa naannoo meeshaalee aadaafi duudhaalee adda addaa, iddoowwan invastimantiif oolan dabalatee qabeenyawwan hawwata turizimii baay’ee of keessaa qaba. Naannichi naannawa homaa hintuqamneedha. Agarsiisa turizimii Finfinnee, Godambaa Saayinsiitti... Read more »
Godambaan Adwaa pirojektota guguddoo Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetiin xiyyeeffannaa olaanaadhaan hojjetamaa jiran keessaa isa tokko. Seenduubee Injifannoo Adwaa ka’umsa godhatee Finfinnee, fuullee Waajjira Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee (Mana Qopheessaa)tti ykn Birbirsa Gooroo (Piyaassaa)tti ijaaramaa... Read more »
Agarsiisni turizimiifi keessummeessaa (hospitaaliitii) biyyaalessaa Fulbaana 29 irraa kaasee ji’a tokkoof Finfinnee, Godambaa Saayinsiitti adeemsifamaa torbee darbe goolabameera. Akka ragaan Ministeera Turizimiirraa argame mul’isutti, agarsiisicharratti naannoleefi bulchiinsonni magaalaa Itoophiyaa hundi hambaalee, aadaa... Read more »
Onkoloolessa 27 bara 2015 addunyaa kanarraa du’aan kan boqote Doktora Kabajaa Aartisti Alii Birraaf guyyaan yaadannoo sagantaawwan gara garaatiin Dirree Dhawaatti Onkoloolessa 26 hanga kaleessa, Onkoloolessa 30 bara 2016tti sirnoota adda addaatiin... Read more »
Osoo beeknee, hambaaleen seenaa sabootaafi sablammoota Itoophiyaa miidhagina, madda galiifi agarsiistuu qaroomina keenyaati. Itoophiyaan madda dhala namaa (‘Land of Origin’)fi wiirtuu qaroomina kalaqawwan gara garaa ta’uushee hambaaleefi ragaaleen seenaa qabatamaan lafarratti argaman... Read more »