0Yam godinaalee torbaafi aanaalee addaa sadii Bulchiinsi Mootummaa Naannoo Itoophiyaa Giddugaleessaa qabu keessaa tokko yoo ta’u, Saajaan ammoo magaalaa guddoo godinichaati. Sabootaafi sablammoota godinichaa keessaa irra jireessi saba Yam yoo ta’u, sabichi... Read more »
Namooti na beekan kan raadiyoonii Itoophiyaa Qophii Afaan Oromoo dhaggeeffatan, yeroo nagaa nagaafatan baay’een isaanii, sagaleen “Kun Raadiyoo Itoophiyaa Qophii Afaan Oromooti” jedhu sagaleekoo itti fakkaata. Garuu sagalee keenyatu walfakkaate malee sagalee... Read more »
Itoophiyaatti Ayyaanni Cuuphaa waggaa waggaan Amajjii 11 Finfinnee dabalatee kutaalee biyyattii garagaraatti haala ho’aan kabajama. Ayyaanni kun qabiyyee amantiifi aadaa of keessaa qaba. Yeroo baay’ee aadaafi amantiin walirraa hinfagaatan; walittis hinbu’an. Barreeffamni... Read more »
Sabni tokko akka afaan, aadaa, aartiifi seenaa mataasaa qabu eenyu birattiyyuu beekamaadha. Afaan mallattoo eenyummaa saba tokkoo yemmuu ta’u, dabalataanis meeshaa riqicha ta’ee beekumsa dhalootaa gara dhalootaatti kan ittiin darbarsuudha. Hawaasni afaansaatiin... Read more »
Ayyaanni Qillee bifa amantaanis aadaanis waggaa waggaan kan kabajamu yoo ta’u, guyyaa abaarsi uumamarra ture itti cabee walabummaan ittimirkanaa’e waan ta’eef waaqaaf galata, lafaaf nageenya gooftaan nuu dhalate ergaa jedhu kan of... Read more »
Pirofeesar Tashoomaa Sooromsaa Yunivarsitii Finfinneetti, Barsiisaafi Qorataa Saayinsii Naannawaa yoo ta’an, hayyuun kun guddina Afaan Oromoo keessattis nama gumaacha olaanaa taasisaa turaniifi jiraniidha. Hayyuun kun yeroo ammaa Wallittiqabaa Boordii Waldaa Afaanota Afrikaa... Read more »