“Injifannoo Adwaa seenaa qeenxee, olaantummaan amantiifi saba tokkoo faarsu hambisuun seenaa waloon akka jiraatu taasiseera” – Obbo Girmaa Namarraa (Hayyuu Seenaa)

Keessummaan Gaazexaa Bariisaa maxxansa kanaa Inistiitiyuutii Qo’annoofi Qorannoo Oromootti, Qorataa Seenaafi Dursaa Garee Qorannoo Seenaa Kaadhimamaa Doktaraa Girmaa Namarraati. Gaafdeebii dheengadda ayyaana Injifannoo Adwaa 128ffaafi seenessa waloorratti xiyyeeffachuun hayyuu kana waliin taasifne... Read more »

 Sirna walharkaa fuudhiinsa Baallii Gujiifi duudhaaleesaa

Ardaa jechuun bakka namoonni quttuma jireenyaa, fooraa ykn horaa, qachaa sirna Gadaa, mana jireenna dhunfaafi kkf irraa qubatanii turan jechuudha. Gabalaan (area) Gadaan itti qachisee ykn qubatee ittijilifatu ardaa jedhama. Bariisaanis odeeffannoo... Read more »

“Mootii Abbaa Jifaar keessummaa bunaan simatanii ‘Bunaafi nagaa hindhabinaa’ jedhanii eebbisanii gaggeessu” -Obbo Najiib Abbaaraayyaa (Kantiibaa Magaalaa Jimmaa)

Jimmi magaalota Itoophiyaa Kibbaa dur hundeeffaman keessaa ishee tokko. Magaalaa seenaqabeettiin wiirtuu daldalaa taatee tajaajilaa turte tun jijjiirama sirna mootummaa waliin yeroo tokko ho’aa yeroo kaan ammoo qabbanaa’aa turuunshee ni yaadatama. Magaalaa... Read more »

 Dhaloota hambaa lakkaa’u osoo hintaane, qaroominaafi ogummicha dhaalu horachuuf dirqama haadholiin bahataa jiran

Nama qurxummii fedhuuf qurxummii laachuurra akkaataa qurxummiin itti qabamtu barsiisuun fala sirriidha jedhama. Dhugaadha, kennaan namni guyyaa tokkoof namaa kennu gammachuu yeroo gabaabaa yoo namaa kenneen ala hiyyuma keessaa nama hinbaasu. Kanaafuu... Read more »

 “Waggoota lama booda Itoophiyaan maxxansa kitaabilee barnootaatiin of dandeessi” – Pirofeesar Birhaanuu Naggaa

Aangoowwan Ministeera Barnootaatiif kennaman keessaa inni tokko sirni barnootaa biyyattii sirnaan hojiirra akka oolu hordoffii taasisuudha. Kanarrattis sirni barnootaa inni haaraa manneen barnootaa hundatti akka hojiirra ooluufi qophiin kitaabilee barnootaa kanaaf barbaachisan... Read more »

 ‘Gifaataa’: Ayyaana bara haaraa saba Walaayittaafi sirna araaraa isaan walqabatee adeemsifamu

Sabni kamuu afaan, aadaa, duudhaa, seenaafi hambaalee aadaa ittiin beekamu qaba. Barreeffamni kun aadafi duudhaa sabni Walaayittaa ittiin beekamu keessaa isaan ijoo ta’anirratti xiyyeeffata. Ittigaafatamaa Qajeelcha Aadaafi Turizimii Godina Walaayittaa Obbo Tashoomaa... Read more »

 “Fardi Qundhudhoo, Arbi Baabbileefi Jimaan, qabeenya Harargeen Bahaa ittiin beekamu yoo ta’u, amma ammoo godina callaadhaanis caalaa jiruudha” – Obbo Ayyaalewu Taakkalaa

Godinni Harargee Bahaa aanaalee 23 of jalaa kan qabu yoo ta’u, qilleensa naannawa baddaa, baddadareefi gammoojjii akkasumas, misooma jimaafi gaba jimaatiin beekamtii olaanaa gonfateedha. Gaafa waa’een Harargee Bahaa ka’u waan jimaa qofaan... Read more »

 Tapha Fardaa ilmaan Kuush Itoophiyaa kaabaa biratti

Waa’een ilmaan Kuush gaafa ka’u ga’umsa tapha fardaa, aadaa keessattiifi lolarratti isaan qaban gargar baasanii ilaaluun hindanda’amu yoo jenne dubbii arbeessuu hinta’u. Ilmaan Kuush uumamumaan dachee kan guutan yoo ta’u, keessumaa Itoophiyaa... Read more »

 “Yunivarsitiin Walqixxee guutummaatti gara ‘Applied Science’tti ce’uuf hojiilee hedduu raawwachaa jira” – Doktar Yohaannis Gabruu

Keessummaan Bariisaa maxxansa kanaa Yunivarsitii Walqixxeetti, Pirezidaantii Ittaanaa Qorannoo, Tajaajila Hawaasummaafi Ce’umsa Teknolojii Doktar Yohaannis Gabruuti. Gaafdeebii Gaazexaan Bariisaa torbee darbe isaan waliin dhimmoota adda addaarratti taasise akka armaan gadiitti dhiyaateera. Bariisaa:... Read more »

Buraatoo, Tancoo, Siilsoo, Qaasoofi Uttaa: Nyaatawwan aadaa saba Daawuroo

Saboonni, sablammoonniifi ummatoonni biyya keenyaa duudhaaleefi aadaawwan nyaataa, uffannaa, ibsannaa gammachuufi gaddaa gara garaa qabaachuun beekamu. Anis barreeffama kanaan imalan tibbana Naannoo Ummatoota Itoophiyaa Kibba Lixaa, Godina Daawuroo, Magaalaa Tarcaatti taasiseen waa’ee... Read more »