Shinooyyee: Sirba aadaa jala bultii Birraatti dubaraan sirbamu

“Sirbaa taphadhaa gammachuu keenyaa barri haarawaa kan ofii keenyaa Qaammeen nuuf dhuftee meewaggaa haaraa Nutis gammannee sirbaan dabaalaa X 2 Abaaboon urgooftee birraa barii jala geennaan Dukkanni bari’ee ka’aa qarreenis wal geenyaa”... Read more »

 Sirba Qaammee

Sirbi Qaammee akkuma sirboota biroo afoolasaa danda’ee haalaafi bifa adda addaa qaba. Haala walaloo sirba Aseesaa keessaa tokko rawwiidha. Rawwiin sirba tokkotti lubbuu kan horuudha. Afwalaloon akka jiraatu kan taasisu raawwiidha. Kunis... Read more »

 “Asallaa akkuma Finfinnee hawwattuu taasisuuf hojiitti jirra, ibsaafi misoomni kooriidarii xumurameera” -Obbo Simee Tsaggaayee

Misooma magaalotaa akka biyyaatti mootummaan qabatee ka’e milkeessuuf warraaqsa eegaleen jijjiiramni magaalaa Finfinneetti galmaa’aa jiru waan ajaa’ibaati. Namni Finfinnee kaleessa beeku har’a osoo dhufee argee addunyaa haaraa keessa kan gale taasisee kan... Read more »

 Aadaafi duudhaalee walgargaarsa keenya ganamaa

Oromoon aadaa walgargaarsaa, waldeeggarsaafi walbira dhaabachuu hedduu qaba. Aadaan walgargaarsaa kun maqaalee gara garaatiin kan beekamu yoo ta’u, isaan keessaa buusaa gonofaa, harkoo ykn dabaree, hirpha, daboo ykn jigii, ulfina walitti qabachuufaa... Read more »

 “Oromoon waan qabsoo abbootii keenyaan ifuu eegalte tana harkatti qabatee, waan hafteef walitti dhihaatee mari’achuun dhimma filannoo qabu miti” – Artisti Elemoo Alii

Haftee qabsaa’ota Afran Qalloo, hangafa abbaa meeshaalee muuziqaa, walleewwan qabsoo sabaa irraa hanga jaalala biyyaatti, meeshaa muuziqaa akaakuuwwan hedduu taphachuurraa hanga muuziqaa albamii 14 baaseera. Sagalee kiiloleesaatiin sirbee nama bashannansiisuurraa hanga artistoota... Read more »

Sirboota Aadaa Oromoo: Goobeen maali, yoomiifi eessatti sirbama?

Yeroo Goobeen dhuftu abbaan qe’ee baay’ee gammada jedhu jiraataan Magaalaa Bishooftuu. Goobeen sirba wayita birraan bari’u sirbamu yoo ta’u, jechi Goobee jedhu sirbichas, dargaggoota gareen sirban waamuufis ni ta’a. Sirbi birraa Oromiyaa... Read more »

 Sirna Gadaa ijaarsa biyyaatiif

Yaa’iin Abbootii Gadaa marsaa 3ffaan tibbana mataduree, “Sirna Gadaa ijaarsa biyyaatiif” jedhuun qindeessummaa Biiroo Aadaafi Turizimii Oromiyaatiin Hagayya 14fi 15 bara 2016 Adaamaa, Galma Abbaa Gadaatti adeemsifameera. Hoggantuun Biiroo Aadaafi Turizimii Oromiyaa... Read more »

 “Wiirtuun Haaromsaafi Gabbisa Ogummaa Dubartootaa ‘Yanagawaa” waggaatti dubartoota kuma 10 leenjisee hojiitti galchuuf karoorfatee hojjechaa jira” -Doktar Hirphasaa Caalaa

Keessummaan bariisaa maxxansa kanaa Daariktara Wiirtuu Haaromsaafi Gabbisa Ogummaa Dubartootaa ‘Yanagawaa” kan ta’an Doktar Hirphasaa Caalaati. Gaafdeebii wiixata darbe kaayyoo hundeeffamaafi tajaajila wiirtichi kennaa jirurratti xiyyeeffachuun isaan waliin taasifne akka armaan gadiitti... Read more »

 Shinooyyee, Ashandaafi Ashandiyyeefaa

Saboonniifi sbalammoonni Itoophiyaa aadaafi duudhaalee eenyummaasaanii ibsan qabu. Nutis ayyaanota kanneen keessaa warra baatii Hagayya kana keessa ayyaaneffamanirratti xiyyeeffachuun akka kanaan gadiitti isin dubbisiisna. Shinooyyee Oromoon waggaa tokko wayitii afuritti hira, isaanis... Read more »

 “Adaamaan sa’aatii 24:00 teknolojii dijitaalaatiin hordofamuu waan eegaleef alseerummaan, hojmaanni badaafi hanni to’atamaa jira” – Obbo Hayiluu Jaldee

Guddina hawaas dinagdeefi siyaasaa magaalaa tokkoof murteessitoota ijoo ta’an keessaa hojiirra oolmaan teknolojii dijitaalaa isa tokko yoo ta’u, babal’achuu magaalaatiin walqabatee alseerummaafi hojmaanni badaanis kan hammaatu waan ta’eef hordoffii caasaalee nageenyaa cinatti... Read more »