Ashaaraa Magariisaafi kunuunsa qabeenya uumamaarratti Doktar Gammadoo Daalee maal jedhu?

Tibbi gannaa amma keessa jiru yeroo waa’een qabeenya uumamaa kunuunsuu, biqiltuu dhaabuufi kanaan walqabatan bal’inaan ka’aafi irratti hojjetamaa jiruudha. Doktar Gammadoon hayyuu dhimmoota eegumsa naannawaa, lubbuqabeeyyii, biqiloota biyya keessaafi kkf irratti quuqama... Read more »

 “Shaggar maqaa qofaan osoo hintaane waa maraan magaalaa Oromoo fakkaachuu qabdi” – Obbo Guyyoo Galgaloo

Magaalaan Shaggar ji’oota ja’a dura gurmaa’insa Godina Addaa Oromiyaa Naannawaa Finfinnee (GAONF) jedhu diiguun magaalota Finfinnee marsanii shan jechuunis, Buraayyuu, Sabbata, Sulultaa, Laga Xaafoo, Laga Daadhiifi Galaan walittifiduun akka haaraatti hundaa’uun ni... Read more »

 “Kan gara milkaa’inaatti nama geessu mul’ata ganamaa nama keessa jiruudha”Dizaayinar Lalisee Mulugeetaa

Waasihun Takileetiin  Dargaggeessa hojidhabeessa tokkotu ture. Dargaggeessi kun dinagdeedhaan milkaa’ee nama guddaa ta’uuf waan hawwii qabuuf hayyuun kalaqaa Sooqiraaxos iccitii milkaa’inaa akka itti himu gaafata. Irra deddeebiin milkaa’uun barbaadaa maaloo iccitii milkaa’inaa... Read more »

 “Artistiin gaafa gabrummaa ummata fincilaaf kakaasuu qofa osoo hintaane, injifannoon argame akka tikfamuufis hojjachuu qaba” – Artist Adam Mohaammad

Sirboota aadaa Oromoo, Godina Gujiitiin gara aartii Oromootti makamee sirboota akka Lammiin Lammiif, Dhaamsa, Kuun Lolaa, Obbe Dansooleefi kanneen birootiin kan beekamu Artisti Adam Mohaammad, tibbana immoo Albama Oromiyaa jedhamu qulqullina addaatiin... Read more »

 “Namni Sirna Gadaa keessatti guddate waan hojjetu hundumaaf ittigaafatamummaa qaba” -Doktar Mitikkee Bitawuliny

Natsaannat Taaddasaatiin Keessummaan Gaazexaa Bariisaa torban kanaa Inistitiyuutii Qo’annoofi Qorannoo Oromootti, Dursituu Garee Qorannoo Galmee Jechootaa, Doktar Mitikkee Bitawuliny yoo ta’an, gaafdeebii isaan waliin dhimmoota afaan, aadaa, seenaafi aartii Oromoorratti taasifne akka... Read more »

 “Qonni beekumsaan hin hoogganamne gabaa addunyaa mitii biyya keessattuu dorgomuu hindanda’u”– Doktar Maandafroo Nigusee

Saamraawiit Girmaatiin Harki caalaa ummata Itoophiyaa jiruufi jireenyasaa kan gaggeeffatu qonnaadhaan ta’uun beekamaadha. Qonni biyyattii bu’uurarraa jijjiiramuun indastiritti akka ce’uuf waggoota 10n darban hojii bal’aan hojjetameera. Ejensiin Tiraansformeeshinii Qonnaa Itoophiyaas waggoota 12... Read more »

 “Meeshaaleen yaala fayyaa haayyota Itoophiyaatiin kalaqaman dhiyootti baay’ifamanii tajaajilaaf oolu” – Doktar Shaalloo Dhaabaa

Dhibeewwan daddarboofi daddarboo hintaaneen akkasumas qorichi dhukkubaan walbaruurraa kan ka’e rakkoon fayyaa hawaasaa yeroorraa yerootti hammaachaafi walxaxaa ta’aa deemuun hudhaa addunyaa qoraa jiru keessaa isa tokkodha. Hudhaalee kanaan kanneen daran miidhamoo ta’an... Read more »

 “Araarichi milkoofnaan, rakkoon Oromoo guutuutti, kan Itoophiyaa immoo walakkaa ol ni furama” – Obbo Abdurazaaq Adam Jiloo

Qabsoo abbaa irraa dhaalee dhaloota dhaloota kan dhaalchise, gootota akka Jeneraal Waaqoo Guutuu, Huseen Buneefi Koloneel Adam Jiloo jalatti guddatee gootota hedduu kan horate ilmi qabsaa’aa hangafa Oromoo koloneel Haaj Adam Jiloo... Read more »

 “Namni iddoo guddaa kan gahu carraadhaan utuu hintaane mul’ata sirrii qabaachuuni” -Pirofeesar Natsaannat Warqinaa Giddii

Keessummaan Bariisaa torban kanaa hayyoota baruufi barsiisuun, qorannoofi tajaajila hawaasaatiin bu’aa olaanaa galmeessisuun Bitootessa 15 bara 2015 Yunivarsitii Jimmaarraa sadarkaa guddina Pirofeesarummaa guutuu argatan shanan keessaa tokko kan ta’aniifi yeroo ammaa Pirezidaantii... Read more »

 “Dargaggoonni hojii osoo hintuffatiin hojjechuu Guddinaa Tumsaarraa barachuu qabu” -Aadde Leensaa Guddinaa Tumsaa

Waggaa 30ffaan Dhaabbata Tola Ooltummaa Guddinaa Tumsaa (Guddina Tumsa Foundation ‘GTF’) Bitootessa 28-30 bara 2015tti Finfinnee, Paarkii Michoomaa (Friendship Park)tti sagantaalee gara garaatiin kabajameera. Waltajjicharratti hojiilee faawundeeshinichi mul’ata Luba Guddina Tumsaa ittifufsiisuuf... Read more »