Keessummaa Bariisaa
Hundeeffama Oromiyaafi caasaalee manneen hojii naannichaa keessatti dameen aadaafi aartii akka dursa argatan ogummaadhaan kan hoggane, ogeeyyota tiyaatiraafi fiilmii Afaan Oromoo har’a beekamtii argatan duuba kan jiran, tiyaatira jalqabaa Afaan Oromoo qopheessuufi... Read more »
Keessummaan Bariisaa maxxansa kanaa Kabajamtuu Afyaa’ii Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurahmaani. Gaafdeebiin isaan dhimmoota adda addaarratti Gaazexaa Bariisaa wajjin taasisan akka armaan gadiitti dhiyaateeraa dubbiisa gaarii. Bariisaa: Hojiilee guguddoo Caffeen Oromiyaa irratti... Read more »
Dacheen Oromiyaa, Godinni Shawaa Kaabaa qe’een Janaraal Taaddasaa Birruu Aanaa Waacaalee Jiddaa, Gandi Xiqqoo Sayyoo mucaa xiqqoo addunyaaf guddoo taate ilaalcha gadi qabaa dubartootarra jiru cabsuu dandeessuufi dhiiraan qixa hojjechuun madda qorannoo... Read more »
Keessummaan Bariisaa torban kanaa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataatti, Walittiqabaa Koree Dhaabbii Dhimmoota Misooma Humna Namaa, Bobbii Hojiifi Teknolojii kan ta’an Doktar Nagarii Leencooti. Bariisaa: Bakka dhalootaa, barnootaafi muuxannoo hojii keessan utuu... Read more »
Keessummaan keenya maxxansa kanaa Doktar Sa’id Osmaan jedhamu. Ogeessa wal’aansa lafee dugdaati. Iskootilaandi, ‘UK’tti gamtaa lafee dugdaa qo’ataniiru. Kalaqawwansaanii si’aayinaan fudhatama argachuu danda’uunsaanii ogeessa kana adda taasisa. Hospitaalota yunivarsitii adda addaatti miseensa... Read more »
Yeroo baay’ee waa’een qonnaa yommuu ka’u hojii baadiyyaatti qofa hojjetamu taasifamee fudhatama. Wayita ammaa garuu waan ilaalchi sun jijjiiramaa dhufe fakkaata. Keessumaa Inisheetivii Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiyyi Ahmad (PhD) eegalchisaniin waggoota sadii... Read more »
Dacheen Shawaa Kaabaa biyya gootota Salaalee kanneen akka Jeneraal Taaddasaa Birruu, Agarii Tulluu, Hirkoo Tulluu, Jimaa Tulluu, Irreessaa Abbabaa Biqilaa, Wasanuu Didoo, Hayilamariyaam Gammadaafaa biqilchite seenaa uummata Oromoo keessatti bakka guddaa qabdi.... Read more »
Inistitiyuutiin Qorannoo Qonnaa erga hundaa’ee waggoota 50 ol lakkoofsiseera. Waggoota kanneen keessatti hojiilee qonna biyyattii utubaniifi omishaafi omishtummaa qonnaan bulaa dabalan hedduu hojjeteera. Damichi qonna Itoophiyaa utubuu keessatti gahee olaanaa akka taphateedha... Read more »
Doktar Tasfaayee Biiftuu saayintistii ajaa’ibaa lammii Itoophiyaa-Ameerikaa addunyaarratti beekamtii guddaa qabaniidha. Yunivarsiitii Biraandeeyis jedhamutti PhDfi Yunivarsiitii ‘US Rutgers’ irraa ammoo MBA maanaajimantiidhaan xumuran. Hojii barnootaa gabaabaa hordofuun, jalqaba dhaabbata ‘Merck & Co.’... Read more »
Bayyanaa Ibraahimiin Nama waadaa harmeensaa onneesaa keessatti guduunfite osoo irraa hinsharafiin galmaan ga’ee, garaa harmeesaa jiise, daa’imummarraa hojii gaariidhaan ijoollee isa boodaatiif fakkeenya ta’uudhaan har’a sadarkaa hoggansa fakkeenya gaarii namaaf ta’uu irra... Read more »