Keessummaa Bariisaa
Dhalli namaa gaafa lafa kanarra jiraachuu eegalerraa kaasee dandeettii waa kalaquusaatti fayyadamuun, haala jiruufi jireenya ummataa bara ofiisaatii keessa jiraachaa ture sana fakkii isaaf bakka bu’uu danda’an jedhee yaade sana kaasuudhaan ol... Read more »
Waasihun Takileetiin Teknolojiitiin bokkaa roobsuus ta’e caamsuun akka danda’amu baay’een keenya quba hinqabnu. Keessumaa Itoophiyaatti teknolojiin kun eegaluusaa kan beeku namoota muraasa. Kanaafi tibbana wayita Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) “rooba dhiheenya... Read more »
Saamraawiit Girmaatiin Keessummaan keenya torban kanaa sabboontuu intala Oromoo magaalaa Finfinneetti dhalatanii guddatanidha. Sabbontuun kun yeroo isaan Finfinnee keessatti guddatan yeroo jibbinsi itti hammaate ta’uus afaan, aadaa, seenaa, eenyummaafi safuusaanii sirriitti beekanii... Read more »
Natsaannat Taaddasaatiin Keessummaan keenya har’aa Luba Fiixee Birrii jedhamu. Yeroo ammaa Magaalaa Dambi Dolloo Ganda 04 jiraatu. Lubni kun kitaaba mata dureensaa ‘Seenaafi Aadaa Oromoo’ jedhu bara 2006 barreessaniiru. Lubni kun barnoota... Read more »
Natsaannat Taaddasaatiin Keessummaan keenya har’aa Doktar Naafyaad Geetuu Dhugaasaa yoo ta’an, yeroo ammaa Ogeessa Fayyaa Waliigalaa Hospitaala Rifeeraalaafi Ispeeshaaliiyizdii Yunivarsitii Haramaayaa Hiwoot Faanaafi Barsiisaa Medikaalaa ta’anii hojjechaa jiru. Doktar Naafyaad Fuula Fees... Read more »
Charinnat Hundeessaatiin Namoonni tokko tokko uumamusaaniitiin dandeettiiwwan adda addaa qabatanii waan dhalatan fakkaatu. Kaan ammoo erguma dhalatanii guddatanii ogummaawwan gara garaa keessoosaaniitii kulkulu barumsaafi leenjiidhaan utubuun waamicha keessoosaaniitiif deebii kennu, garaas of... Read more »
Natsaannat Taaddasaatiin Keessummaan keenya har’aa Pirofesar Hundumaa Dinqaa yoo ta’an, Itoophiyaatti nama jalqabaafi tokkicha ‘Animal Biotechnology’n digirii sadaffaa argataniidha. Yeroo ammaa Yunivarsitii Saayinsiifi Teknoloojii Adaamaatti, qorataa, barsiisaafi gorsaa Baayoteknolojii ta’anii hojjechaa jiru.... Read more »
Charinnat Hundeessaatiin Keessummaan keenya maxxansa kanaa hogganaa Waajjira Pirezidaantii Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaafi dhimmoota kaabinee, Obbo Geetuu Wayyeessaati. Gaafdeebiin Bariisaan dhimmoota gara garaarratti isaan wajjin taasise akka armaan gadiitti dhiyaateera. Barisaa: Obbo... Read more »
Yeroo baay’ee gaafa ayyaanni Adwaa kabajamu wayyaa goototaa uffachuun, eeboofi gaachana qabatanii fuuldura ba’anii dhaadachuun beekamu, baay’een keenya fodda televizyiniitiin ni arginaan. Gaafa waa’ee injifannoo Adwaa gaafa dubbatanis onnee cimaadhaan dubbatu. Nutis... Read more »
Takkaalliny Gabayyootiin Hayyoota seenaa ummatarraa dhalataniifi keessatti guddachuun waantota gaggaarii hojjetaa turan keessaa Obbo Sintaayyoo Tolaa adda durummaan eeramu. Jalqabumarraa kaasee barnoota seenaarratti fuulleffachuun barachaa waan turaniif, hojii qorannoo adeemsisaa turaniin misooma... Read more »