“Bajatni naannichaa fedhii ummataa waliin yoo madaalamu hanqina guddaa qaba” -Obbo Tolasaa Gaddafaa

Natsaannat Taaddasaatiin Akka dhahaa biyya keenyaatti yeroon keessa jirru kun yeroo dhimmi bajajaafi isaan walqabatan irra deddeebiin itti ka’uudha. Oduun mootummaan federaalaa ykn naannoo bara bajataa kanaaf qarshii hammanaa ramade ykn ramadan... Read more »

Rakkoo hirriba dhabuu/ Insomnia

Hirribni wantoota jireenya dhala namaatiif bu’uura ta’an keessaa isa ijoodha. Namni tokko giddugaleessan umrii jiraatu keessaa harka tokko sadaffaa hirribaan dabarsa. Hirriba dhabuun rakkoo hirribaa kan akka addunyaatti namoota hedduurratti mul’atudha. Innis... Read more »

“Oromiyaatti miirri bakkuma dhalootakoo qofattan tajaajila jedhu hojiifis ta’e Oromoof balaadha” -Obbo Namarraa Bulii

Waasihun Takileetiin Baay’inni ummata Itoophiyaa yeroo ammaa miliyoona 110, kan Oromiyaa ammoo miliyoona 50 akka caalutu himama. Jiruufi jireenyi ummata biyyattii dhibbantaa 85 qonnarratti kan hundaa’eedha. Lammiileen biyyattii keessaa harki 15 hafe... Read more »

“Nama beekamtuu malee nama siyaasaan ta’a jedhee yaadee hinbeeku” -Aadde Warqinash Birruu

Saamraawiit Girmaatiin Dubartoonni gama siyaasaatiin milka’aanii biyyaafi ummatasaaniif bu’aa buusaa jiran akkasumas, dubartoota kaaniif fakkeenya ciminaa ta’an jiru. Keessumaa bara hoggansa jijiiramaa dubartoonni baay’een fuulleetti ba’anii ittigaafatama olaanaa fudhatanii hojjechuurratti argamu. Bara... Read more »

“Paartiin carraa argatee mo’ates ta’e mo’ame biyyattiif jecha walgargaaruu qabu” -Luba Doktar Goofaree Haaddishoo

Natsaannat Taaddasaatiin Keessummaan keenya har’aa Luba Doktar Goofaree Addishoo Shaattoo jedhamu.  Goofaree jechuun ‘Goota koo’ jechuudha. Lubni kun yeroo ammaa Siminarii Waldaa Makaana Yasuusiitti barsiisaa saaykolojiifi gorsaa maatii, dargaggootaafi daldaltootaa ta’anii tajaajilaa... Read more »

“Finfinnee keessatti Oromoon qabeenyaa of danda’e akka ba’uuf hojjechuu yaadna” -Obbo Qajeelaa Gamteessaa

Magaalaa Finfinnee qixxa lamaan Boolee naannawaa Madaaniyaalamii jedhamuun beekamutti tti Gamoon abbaa qabeenyaa Oromoo tokko ni argama. Gamoon kun giddugala daldalaa Milkoomii jedhama. Abbaan qabeenyaa gamichaa bara Oromoon dingadeedhaan mitii, jiraachufuu dhiibamutti... Read more »

Artisti Fayyisaa Furii hojiileesaa

Umrii daa’imummaatti walaloo muuziqaaf ta’an barreessuun “Jibichi komaaf ta’u haadarratti beeksisaa” qabatamaan mirkaneesse. Komiifi mufii keessoosaa sirbatti geeddaree osoo gaazexeessaa ta’uuf yaaduu nama muuziqaa (artistii) ta’ee tasa of arge. “Lakkii dhiisi fira... Read more »

“Finfinneetti barsiisonni Afaan Oromoo qabsaa’ota Oromummaatisi” – Obbo Zalaalam Mulaatuu

Warraaqsa qabsoo siyaasaa Oromoon mirgi sabichi Finfinneerratti qabu deebisuuf taasisaa tureen qeerroofi qarreen Oromoo wareegama qaalii hanga aarsaa lubbuu gaafatu kaffalaniiru. Qabsoo kun ogeessota dameelee adda addaatiin deggaramee, hayyootaan waa’elchamee cimee finiinuusaatiin... Read more »

“Gaazexeessaan bilisa ta’ee waan sammuunsaa itti amane hojjeta amantaa jedhu hinqabu” -Gaazexeessaa Dhugaa Jabeessaa

Namoota jajjaboo Ambo Oromoof gumaachite keessaa Looreet Tsaggaayee Gabramadihin Qawweessaa isaan tokko. Jabinni ibsamasaanii fakkaata Artisti Haacaaluu Hundeessaas maatiidhuma sana keessaa ba’e. Keessummaan keenya maxxansa kanaas ilma obboleessa Looreet Tsagaayee yoo ta’an... Read more »

Hanga qonni siyaasummaarraa adda hinbaanetti wabii nyaataa keenya mirkaneessuu hindandeenyu” -Doktar Guutuu Teessoo

Keessummaan keenya maxxansaa kanaa hayyuu dinagdee Doktar Guutuu Teessooti. Doktar Guutuun Gaazexaa Bariisaa dabalatee miidiyaalee adda addaarratti dhimmoota dinagdeedhaan walqabatanirratti xiinxaluufi ibsa kennuun beekamu. Hayyuun kun kanaan dura dhaabbilee mitmootummaa gara garaatti... Read more »