Keessummaa Bariisaa
Jaarraa tokkoofi walakkaa oliif Oromoon aadaa, duudhaa, afaanfi aartiisaa akka hinguddifanne taasifamaa osoo hin jaalatiin eenyummaafi aadaan saba biraa itti fe’amee qorqalbiinsaa akka jaamu taasifamaa ture. Miira Oromummaa, aartii, aadaa, duudhaafi afaan... Read more »
Bayyanaa Ibraahimiin Dubartoota ciccimoo ittigaafatamummaa maatiitiin cinatti biyya ofii gama hoggansawwan garaa garatiin tajaajilaa jiran keessaa isaan tokko. Carraa argataniin barumsaan dandeettii ofii cimsachuun biyyasaaniif gumaachaa kan jiran dubartiin tun, Magaalaa Finfinneetti... Read more »
Keessummaan keenya torban kanaa hayyuu Geggeessummaa ykn ‘Leadership’, barsiisaafi barreessaa Doktar Zarihuun Gabreeti. Doktar Zarihuun kanaan dura kitaabota Afaan Oromoo lama mataduree, ‘Wangoolii Dhaloota Mancaasan’fi ‘Geggeessaa Jijjiiramaaf Dhalate’ akkasumas kitaabota Ingiliffaas kitaabota... Read more »
Addunyaan kun bubburreedha. Tokkoof jannata, tokkoof abidda lafarraa taatee nama jiraachisti. Inni tokko qananiidhaan dhalatee qananiidhumaan irraa darba; kaanimmoo qananii jechaan malee ijaan utuu hinargiin du’a. Muraasnimmoo gidiraa meeqa dabarsee milkaa’a. Itoophiyaatti... Read more »
Charinnat Hundeessaatiin Dubbistoota keenya keessummaan keenya maxxansa kanaa Jaal Ibsaa Nagawoo jedhamu. Jaal Ibsaan duraan koree geggeessituu hojii, amma ammoo ABOtti gorsaa tarsimoofi hayyudureeti. Isaan gameessa, umriisaanii ijoollummaarraa qabee Oromoof qabsaa’aa turaniifi... Read more »
Waasihun Takileetiin Har’a jaarraa 21fa keessa jirra, ilaalcha dulloomaa impaayerri Itoophiyaa dulloomtuu kaleessa ittiin ijaaramteen Itoophiyaa har’aa madaaluun dandahama jedhanii yaaduun fafummaadha. Saba mitiitii namni dhuunfaan, bineensi daggalaafi uumamni lafaa marti bilisummaa... Read more »
Saamraawiit Girmaatiin Yeroo baay’ee namni bakka milkaa’ina ga’eera jennuu yaadnu tokko kan hojjete milkaa’u waanuma tokko ta’a. Keessumaa hojii bizinasii keessatti dameewwan garagaraa hojjechuun milkaa’ee ofiirra darbee kan namoota fayyadu muraasa. Gama... Read more »
Natsaannat Taaddasaatiin Keessummaan keenya maxxansa kanaa Hundeessaafi Pirezdaantii Waldaa Dargaggoota Caffee Hojii Gamtaa Waliigalaa Dargaggoo Sanyii Idashuuti. Waldichi yeroo ammaa dargaggoota kuma 10 horachuun rakkoo hojidhabdummaafi mana jireenyaa dargaggootaa furuufi dinagdeesaanii cimsuurratti... Read more »
Waasihun Takileetiin Misooma dhaabbilee barnoota olaanaa babal’isuun dhaloota barnoota ammayyaatiin ijaarameefi teknolojiin fagaate horachuuf warraaqsi mootummaan damicharratti taasisaa jiru jajjabeessaadha. Sochii gama kanaan taasifamaa jiruun lakkoofsi dhaabbilee barnoota olaanaa mootummaa yeroo ammaa... Read more »
Saamraawiit Girmaatiin Gaazexeessitoota miidiyaa idiladdunyaarra seenuun gabaasawwan fakkii Itoophiyaa jijjiiran dhiheessuuf tattaafatan keessaa, ilmi Oromtichaa gaazexeessaa Girum Caalaa isa tokko. Gaazexeessaan kun miidiyaa mootummaa Chaayinaa ‘CGTN’ jedhamu keessa kan hojjetu yoo ta’u,... Read more »