Keessummaa Bariisaa
Keessummaan keenya maxxansa kanaa Kaadhimamaa ‘PhD’ Roobaa Pheexiroos jedhamu. Yeroo ammaa Yunivarsiitii Dirre Dhawaatti Barsiisaadha. Gaafdeebii Gaazexaan Bariisaa hayyuu aadaa, seeraa, nagayaafi misoomaa kana waliin torban darbe dhimmoota aadaa, seeraafi marii biyyaalessaarratti... Read more »
Keessummaan keenya maxxansa kanaa artistii jaalatamaa, sirboonnisaa dhaggeeffatamanii hinquufamne, sochii hawwataa waltajjiirratti taasisuun dinqisiifatamu, Artisti Qamar Yusuufi. Bariisaa: Artisti Qamar maaliif sirbarraa fagaate; maayikii fannisemoo kallattii hojii jijjiire? Artisti Qamar: Muuziqaarraa fagaadheera.... Read more »
Hundi keenya yommuu dhalannu kennaa mataa keenyaa qabanneeti. Kennaan kun garuu akkuma dhalanneen kan beekamu osoo hintaane guddina keessa adda baafamaa kan deemuudha. Kaan daldalaan, kaan siyaasaan, kaan aartiidhaan, kaan barnootaan, kaan... Read more »
Doktar Gazahaanyi Hordofaa: Hayyuu rakkoo hamaa keessatti baratanii har’a rakkoo ummataa furaa jiran
Jiruu baadiyyaa ulfaataafi nuffisiisaa kaayyoofi mul’ataan bira darbee, karaa dheeraa miilaan imalee magaalaa deemaa barachuun, maatii harka qaleessarraa dhalatus osoo barumsarratti abdii hinkutatiin gaafa barnoonni jiru barachaa, guyyaa sanbattan lamaan ammoo daldala... Read more »
Dubbistootaa, keessummaan keenya maxxansa kanaa Luba Doktar Waaqsiyyum Iddoosaa jedhamu. Waldaa Warra Wangeela Makaana Iyyasuusii marsaa lamaaf pirezidaantummaan kan tajaajilan yoo ta’u, wayita ammaa Ittigaafatamaa Komishinii Nageenyaa waldittiifi Miseensa Boordii Gumii Dhaabbilee... Read more »
Gaazexaan Bariisaa akkuma barsiifatasaa maxxansa kanaan gaafdeebii diyaaspooraa Ameerikaa jiraatan wajjin torban lama dura taasise akka armaan gadiitti dhiyeessa. Bariisaa: Maqaa keessan guutuurraa haa kaanuu? Aadde Birhaaneen eenyu? Aadde Biraanee: Maqaa koo... Read more »
Keessummaan keenya maxxansaa kanaa Daariktara Ittaanaa Komishinii Hojii Gamtaa Federaalaa Obbo Abdii Mummad yoo ta’an, gaafdeebii Gaazexaan Bariisaa dhimmoota wayitiifi Waldaalee Hojii Gamtaarratti xiyyeeffachuun Roobii darbe isaan wajjin taasise akka armaan gadiitti... Read more »
Godinni Addaa Oromiyaa Naannawa Finfinnee (GAONF) godinoota omisha qonnaatiin beekaman keessaa tokko. Ta’us godinichi hanga fayyadamuu qabu fayyadamee jireenya qonnaan bulaa godinichaa yommuu jijjiiru hinmul’atu. Inumaayyuu qonnaan bultoonni godinichaa Finfinneetti dhihoo malee... Read more »
Itoophiyaan biyya sabaafi sablammiin 80 ol keessa jiraatan yoo taatu, sirnoota simattee keessummeessite gara garaa keessatti lammiileen mirga ofiin of bulchuu dhabanii olaantummaa saba tokkoo jalatti hiraarfamaa turuu ragaaleen seenaa ni addeessu.... Read more »
Keessummaan keenya har’aa Yunivarsitii Naannoo Oromiyaatti, Daarektara Inistiitiyuutii Qorannoo Afaan, Aadaafi Artii Oromoo ta’anii hojjechaa kan jiran Obbo Leeniin Quutoo Hamaadoo jedhamu. Obbo Leeniin qorattoota, gorsitootaafi barsiisota aadaa Oromoorratti hojiilee guguddoo hojjetaniifi... Read more »