Keessummaa Bariisaa
Harka fuune akkam jiirtu dubbistoota keenya? Maxxansa keenya kanaan luba yeroo jalqabaatiif ‘Qiddaasee’ Amaariffarraa barreeffama harkaatiin gara Afaan Oromootti hiikuun tajaajila Afaan Oromoo mana amantii Ortodoksii Godina Wallagga Lixaa keessatti kan eegalsiisan... Read more »
Namoonni hedduun akka carraa ta’ee sababoota garagaraatiin biyyaa ba’u. Kanneen biyyaa ba’an keessaa kan barnootaafi hojiidhaan milkaa’ee ofiifi maatii gargaaruurra darbee biyyaaf bu’aa olaanaa buusu garuu muraasa. Keessummaan keenya har’aas nama sababa... Read more »
Hayyu duree Haroowwan sulula qiinxamaa, mi’aawaa dhandhama uumamaa, mijeessaa jireenya dhala namaa, bakka hormaata qurxummii uumamaa, wanti hundi isumaan waamamaa, Haroon Dambal sun akkam jiraree amma? Mee waa aramaan sun attam ta’e... Read more »
Keessummaan keenya har’aa Obbo Alamaayyoo Boree yoo ta’an, Waajjira Aadaafi Turizimii Godina Booranaatti, Dursaa Garee Industirii Aadaafi Artii Oromooti. Gaafdeebii dhimmoota aadaa, marii biyyaalessaa, haala nageenyaafi hongeefi misooma turiizimii godinichaarratti Obbo Alamaayyoo... Read more »
“Oromookoo Ya Abbaa Daalee, Ya Abbaa Booraa, Ya Abbaa Shaanqoo kaafadhu fardakeetiin loli (Kaafadhu Bullookeen loli) Araatkiiloof situ aanee” kan jedhe Artsisti Haacaaluu Hundeessaati. Kaleessi seenaadha, har’i guyyaa hojiitii hojjennee lafarratti agarsiisna,... Read more »
Paartiin Badhaadhinaa tibba kana yaa’iisaa jalqabaa adeemsifachuunsaa ni yaadatama. Yaa’ii waliigalaa duras dameewwan paartichaa mariifi qorannoo gaggeeffatanii turan. Paartiin Badhaadhinaa damee Oromiyaas marii bal’aa kan adeemsise yoo ta’u, yaadota mariifi murtoowwan waltajjicharratti... Read more »
Daa’imummaasaatti oggaa namoonni bilbilaan shiboo qabuun haasa’an arga. Gaaffiin, “Sagaleen akkamitti shiboo qal’oodhaan keessa darba?” sammuusaa keessaa deddeebi’a. Baasee buusee iccitii cimaa kana bira ga’uufis murteessa. Meeshaalee na barbaachisa jedhes naannawumasaanii funaanuu... Read more »
Keessummaan keenya maxxansa kanaa Yunivarsiitii Jimmaatti Barsiisaafi Qorataa Seenaa akkasumas Daarektara Ininstiitiyuutii Qorannoo Oromoo Doktar Dheeressaa Dheebuu Wayyeessaati. Gaafdeebiin Gaazexaan Bariisaa torban darbe guyyaa yaadannoo injifannoo Adwaa waggaa 126ffaa Roobii darbe kabajame... Read more »
Sirbi, “Nooruu yaa bunaa fayyuun baranumaa” jedhamu kan duri namni kamuu raadiyoodhaan dhagahaa ture ta’us qonnaan bulaan buna omishee fayyadamummaasaa mirkaneeffateefi ittiin fayye hedduudha jechuun hindanda’amu. Galiin sharafa alaa bunarraa argamu dinagdee... Read more »
Seenaa baroota darbanii keessatti Oromoon Itoophiyaa keessaa akka qooda hinqabneefi waa’een Itoophiyummaafi Itoophiyaa akka isa hinilaallannetti amansiisuun karoorfamee ilaalcha Oromoorratti hojjetemaa ture. Keessumaa seenaa hatuun Oromoon Itoophiyaaf akka orma ta’eetti ilaalamaa ture.... Read more »