“Qorannoo 2011 hojjetameen dargaggoonni GAONF hedduun qubaan mallatteessaa turan. Amma hudhaa kana furaa jirra” – Obbo Firakiyyaa Kaasaahun

Jechamni, “Dhaloonni hinbaranne mirgasaatiif hinfalmatu” jedhu kan Jeneraal Taaddasaa Birruuti. Jeneraal Taaddasaan dhiibbaa sirnoonni darban lammiileerraan gahaa turanirraa ka’anii jechama ergaa cimtuu of keessaa qabu kana akka dubbatan hubachuun ni danda’ama. Jaarraa... Read more »

“Hojjechuuf yoo kutatte rakkoo kuttee keessa tarta; yoo sodaatte karaatti hafta” – Obbo Taaddasaa Edemaa

Saamraawiit Girmaatiin Akkuma torban torbaniin namoota damee garagaraatiin hojii milkaa’aa hojjetanii fakkeenya ta’uu danda’an isinii dhiheessinu maxxansa kanaanis keessummaa Bariisaa taasifachuu kan barbaanne Obbo Taaddasaa Edemaa, abbaa qabeenyaa Hoteela KENNAA dhiheenya kana... Read more »

Obbo Tafarraa Ta’eeraa: Hayyuu Finfinneetti Afaan Oromoo waggoota 30f barsiisaa jiran

Bayyanaa Ibraahimiin Nama yeroo dheeraadhaaf Magaalaa Finfinnee keessatti Afaan Oromoo barsiisaa turaniidha. Qubeen Afaan Oromoo qubee Sabaatiin osoo hintaane Laatiniidhaan akka qubeeffamuuf falmaa turan. Afaan Oromoo magaalattiitti barsiisuun akka badiitti lakkaa’amee hiriyoota... Read more »

“Dhaabbileen 149 ol Oromiyaa keessa ta’anii gibiraafi taaksii federaala qofaaf kaffalaa turan, Oromiyaan akka qooddatu ta’eera” – Aadde Maskaram Dabbabaa

Galiin Naannoo Oromiyaarraa sassaabamu hedduunsaa bajata naannichaaf ramadamu keessaa dhibbantaa 40 ol kan haguuguudha. Galiin achiirraa argamu kun karaa seeraqabeessaan Oromiyaaf qoodamuu dhabuun jechuunis dhaabbileen gara garaa maddi galiisaanii Oromiyaa keessa ta’e... Read more »

“Utuu hojjechuu dandeenyuu waanti nyaatamu dhabamee biyyi baduu hinqabu” -Obbo Umar Huseen

Dubbistoota keenyaa, keessummaan keenya maxxansa kanaa hayyuu bakka ramadaman hundatti bu’aaqabeessummaan beekaman keessumaa jijjiirama ammaan tana damee qonnaa keessatti galmaa’eefi galmaa’aa jiruuf adda durummaan kan eeraman, akka biyyi keenya nyaataan of dandeessuuf,... Read more »

“Namni osoo hojjechuu danda’uu taa’ee du’uu jalqabeera” – Obbo Fayyisaa Araarsaa

Baale biyya goototaati. Gootota kanneen akka Waaqoo Guutuufi Koloneel Aliyyi Cirrii kaasuun ni danda’ama. Gootonni kunneen Oromoon har’a mataa olqabatee akka deemuuf kanneen bu’uura ta’aniidha. Bu’uurri isaan kaa’anis dagaagee Oromiyaan har’a gootota... Read more »

“ Kitaaba IDA’AMUU Ministeerri Muummee Abiyyi Ahmad (PhD) barreessan gara Afaan Oromootti kan hiike ana” -Barsiisaa Qulqulluu Ijoo

Osoo daree barnootaa galee hinbaratin barreessuufi dubbisuu manasaatti kan xumure, kutaa tokko osoo hinbaratiin barnootasaa kutaa 2ffaa irraa kan eegale, waggaa lama keessatti immoo kutaa 5ffaa kan dhaqqabe barataa sadarkaa 1ffaa kaleessaafi... Read more »

“Miirri waa hundarratti ana malee jedhu farra tokkummaafi dimokraasii dhiqamee bahuu qabuudha” – Aadde Misraa Abdallaa

Itoophiyaan biyya sabaaf sablammiin 83 ol keessa jiraatan, biyya amantiileen gara garaa itti argamaniifi sirna federaalizimii sabdaneessaan bulaa jirtuudha. Garaagarummaan eenyummaa lammiilee, isa beekuuf miidhagina yoo ta’u, kan hinbeekneefimmoo balaa fakkaatee mul’ata.... Read more »

“Sirni Gadaa nagaafi waliigaltee biyyaalessaa uumuu keessatti gahee olaanaa qaba” – Doktar Caalaa Waataa

Keessummaan keenya maxxansa kanaa Pirezidaantii Yunivarsiitii Bulee Horaa Doktar Caalaa Waataa yoo ta’an gaafdeebii Gaazexaan Bariisaa isaan waliin dhimmoota gara garaarratti taasise akka armaan gadiitti dhiyeessineerra. Bariisaa: Hojiilee Yunivarsiitiin Bulee Horaa keessumaa... Read more »

“Islaamummaan akkuma tokkichummaa Rabbii jabeessu tokkichummaa uummataallee jabeessa” – Doktar Jeeyilaan Kadiir

Soomni Ramadaanaa hordooftoota Amantii Islaamaa biratti yeroo daran jaalatamaafi hawwiidhaan eegamuudha. Keessumaa waytiin kun yeroo itti qabaataafi dhabaan utuu adda hinbaafamiin dabarsuudha. Kanaaf immoo duudhaan walgargaarsaa amantichaa bakka olaanaa qaba. Ramadaanni baranaas... Read more »