Keessummaa Bariisaa
Keessummaan keenya maxxansa kanaa Obbo Binnaalfi Andu’aalam yoo ta’an, yeroo ammaa Ministira Nageenyaa ta’anii tajaajilaa jiru. Gaafdeebiin keessummaa kana waliin dhimmoota nageenyaafi wayitiirratti taasisne akka armaan gadiitti dhiyaateeraa dubbisa gaarii. Bariisaa: Bara... Read more »
Hoggantoota dubartootaa cimoo Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee keessaa tokko. Hojii quuqama eenyummaatiin walqabatee hojjetaniin baay’onni kan isaan jajan, jaalataniifi kabajan, filannoo bara darbe adeemsifameenis kutaa magaalaa dorgomanirratti sagalee caalmaa argachuun kan mo’atan keessummaa... Read more »
Oromiyaan qabeenya albuudawwan gatijabootiin daran badhaatuudha jedhamtus naannichatti abbaa ta’ee kan hojjetu, alergiirratti bobba’ee dinagdeesaa kan cimsatu isa hatuufi saamu qofa ture. Warqiin Oromiyaa keessaa bahu yeroo qotamu maqaa Oromummaan yeroo gabaa... Read more »
Natsaannat Taaddasaatiin Keessummaan keenya torban kanaa Waajjira Pirezidaantii Naannoo Oromiyaatti Gorsaa Dhimma Yeroo kan ta’an Obbo Guyyoo Dooyyoo Guyyoo yoo ta’an, gaafdeebii isaan waliin taasifne akka armaan gadiitti isiniif dhiheessineerra. Bariisaa: Bakka... Read more »
Waggoota 30 oliif dhaabbata maqaa duriitiin Ejensii Meetiworolojii Biyyaalessaa moggaasa ammaatiin immoo Inistitiyuutii Meetiworolojii Biyyaaleessaatti sadarkaalee gara garaatiin tajaajilaa kan turaniifi jiran, qe’ee Oromoo ganamaa, Galaan iddoo Koyyee, maqaa ammaatiin Koyyee Faccee... Read more »
Keessummaan maxxansa kanaaf anaadhufu jenne nama idddoowwan adda addaatti hojiilee tola ooltummaa gara garaa raawwataniifi raawwataa jiran; ofirra namaaf jiraatan; gaalee tokkoon hayyuu abbaa oolmaa lammiifi biyyaati. Hinhimamneef malee hayyuun kun nama... Read more »
Lakkoofsi ummata addunyaa yeroo ammaa gara biliyoona torbaa ol yoo ta’u, achi keessaa kan Itoophiyaa miiliyoona dhibba tokkoofi 10 akka caalu himama. Lakkoofsi namaa yeroo yeroon dabaluun walqabatee fedhiifi dhiheessiin walmadaaluu dhabuun... Read more »
Argama gaaddisa tumaa seenaa Odaa Roobaa, iddoo madda Oromoo isa jalqabaa, haadha duudhaafi seenaa gabbataa, biyya qabsoo sirna jal’ataa, argama gootota ummataa, biyya waan hunda ummanni irraa ilaale, Baale. Dacheen madda hayyootaafi... Read more »
Keessummaan Gaazexaa Bariisaa torban kanaa Daarektara Olaanaa Waldaa Misooma Oromiyaa (WMO) Obba Dajanee Itichaati. Hojiilee gurguddoo waldichi hundeeffamasaarraa kaasee hanga ammaatti fayyadamummaa hawaasa naannichaa mirkaneessuuf raawwateefi bu’aalee galmaa’an irratti xiyyeeffachuun gaafdeebii Bariisaan... Read more »
Aadaan karaawwan garagaraa ibsama; uffata, nyaata, sirba, rifeensa filannaa ykn dha’annaafi kkftiin. Yeroo ammaa namoonni baay’een keessumaa mana uffataafi nyaata aadaa Oromoo bakkeewwan garagaraatti banuun galii argachuurra darbanii duudhaa beeksisurratti qoodasaanii ba’ataa... Read more »