Naasir Ahmad: Ogeessa jawwee, bofa, qeerransaafi leenca wajjin wal’aansoo walqabaa holqan qoratu

Dubbistoota keenyaa, keessummaan Gaazexaa Bariisaa maxxansa kanaa haalotaafi waantota danuudhaan kanneen kanaan duraarraa adda. Hayyuu bineensota summaa’oo wajjin wal’aansoo walqabaa, akka lootuu ykn looccuu qaawwa xiqqoo keessa hulluqee, bishaan daakee keessa ce’ee... Read more »

 “Artisti Usmaayyoo Muusaa goota cunqursaarratti artiitiidhaan qabsaa’e, seenaadhaaf duuna malee lubbuu hinqusannu” jedhee – Artisti Saartuu Usmaayyoo

Farda yaadaan ka’ee Awaash gama ce’ee; gaara qaxxaamuree; dhooqaafi laga kutee Haramayaa ga’een, qarqara lagaa taa’ee yoon haara galfadhu sagalee mi’aawaa kan gurratti toluun inni kaan ni weellisa; kaan qurxummii baasa. Kan... Read more »

 “Mootummaan gufuuwwan caasaasaa keessa jiran qulqulleessuuf itti adeemaa jira” -Birgaadeer Jeneraal Hayiluu Gonfaa

Keessummaan Bariisaa torban kanaa Birgaadeer Jeneraal Hayiluu Gonfaa jedhamu. Ammaan tana Miseensa Mana Marii Bakka Bu’oota Ummataafi Gorsaa Waajjira Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa ta’anii tajaajilaa jiru. Gaafdeebiin haala yeroofi dhimmoota adda addaarratti... Read more »

 “Keessummaan Oromiyaa dhufe fira ta’ee deebi’uu qaba” – Obbo Abiyyuu Tasammaa

“Ijaan Oromiyaatti qofa osoo hintaane akka idil addunyaatti dorgomaa akka ta’uf hojjenna” Dhimmoota mootummaan bu’uura dinagdeeti jedhee adda baaseefi xiyyeeffannaan irratti hojjetaa jiru keessaa turizimiin isa tokko. Keessumaa kaka’umsa Ministira Muummee Itoophiyaatiin... Read more »

 “Daldaltoonni seeraan alaafi rakkoon mankuusaa sharafa alaa bunarraa argamu gadi buusuun ala sochii yuuniyeenotaa sakaalaa jiru” – Gaggeessaa hojii Yuuniyeenii Bunaa Kattaa Mudhugaa

 “Nooruu Yaa Bunaa Fayyuun baranumaa” jedhamee sirbameeraaf, faranjii birattimmoo kaan maqaa ‘warqii magariisa, warqii gurraacha’ jedhu ittimoggasuun bunni gatijabeessa akka ta’e hubachiisu. Warri warqii magariisa jedhan buna miicamaaf maqaa moggaasan yoo ta’u,... Read more »

 “Pirojektonni guguddoon Finfinneetti ijaaraman namoota kuma 30f carraa hojii ni uumu”Injinar Dabboo Tunkaa

Bayyanaa Ibraahimiin  Hoggansa bakka ramadame hundatti hojii qabatamaa hojjachuudhaan maqaansaa bakka inni hinjirretti ka’u, hojii hunda keessatti immoo eenyummaasaafi Oromummaasaa mul’isee darbuufi dhaloota boodaatiif fakkeenya ta’u, keessattuu hundeeffama Oromiyaa hordofee magaalotni Oromiyaa... Read more »

“Omishtoota bunaa kuma tokko eeyyama alergii argatan keessaa 100 ol omisha bunasaanii kallattiidhaan biyya alaatti ergaa jiru” -Obbo Shaafii Umar

Keessummaan keenya maxxansa kanaa Daarektara Ittaanaa Abbaa Taayitaa Bunaafi Shaayii Itoophiyaa ta’anii tajaajilaa kan jiran Obbo Shaafii Umari. Gaafdeebii Gaazexaan Bariisaa keessummaa kana waliin dhimmoota omisha, qulqullinaafi galii bunaafi mi’eessituuwwanii guddisuurratti xiyyeeffachuun... Read more »

“Oromoo afaan walwallaale kana afaan tokko tolchee gara nageeyaatti fiduun barbaada” – Abbaa Gadaa Jiloo Maandhoo

Keessummaan keenya maxxansa kanaa nama baay’een keenya beeknu, jaalannuufi kabajnu Abbaa Gadaa Gujiifi walittiqabaa Gumii Abbootii Gadaa Oromoo; Jiloo Maandhooti. Abbaa Gadaa Jiloon erga gadoomatti dhufanii waggoota ja’a caalaniiru. Abbaa Gadaa Jiloon... Read more »

“Irreechi Jaarmayaa Gadaa Itoophiyaanota maraa, waan ta’eef jibbuun miira Itoophiyaanummaarraa fagaatedha” – Doktar Daani’el Dheeressaa

Irreechi Jaarmayaalee Gadaa Oromoo keessaa isa tokko yoo ta’u nageenya, tokkummaa, obbolummaa, walqixxummaafi uumama maraaf sirna kabaja kennu waan ta’eef kan Itoophiyaanota maraati jechuun nidanda’ama. Irreechi nageenya erga jennee kan nagaa barbaadu... Read more »

“Gaaffiin barsiisota Itoophiyaa ni tura malee osoo deebii hinarganne hafee hinbeeku” -Doktar Yohaannis Bantii

Waggoota 17 darbaniif Waldaa Barsiisota Itoophiyaa hoogganuurratti argamu. Bara isaan gara aangoo hoggantummaa waldichaatti dhufanitti walqoodiinsaafi walshakkii hoggansa waldichaa jidduu ture furuudhaan waldaa cimaa; sagalee barsiisota biyyattii akka ta’uuf nama daran dadhabee... Read more »