Keessummaa Bariisaa
Saamraawiit Girmaatiin Oromiyaas ta’e akkuma biyyattuu aanaalee danuun rakkoo dhabiinsa daandiitiin sochiin hawaas-dinagdeesaanii ni danqama. Keessumaa ganna konkolaataatu nama baata osoo hintaane namatu konkolaataa baatee dhoqqee ittidhidhime keessaa baasa. Kana malees harkifannaafi... Read more »
Keessummaan keenya maxxansa kanaa nama nageenyaafi misooma biyyaatiif waan olaanaa gumaachaniidha. Bakki dhalootaas ta’e guddinasaanii Godina Iluu Abbaa Boor, Aanaa Algee Saachii, Ganda Simboo Galjii jedhamuudha. Barnootasaanii sadarkaa tokkoffaafi lammaffaa manneen barnootaa... Read more »
Dachee qabeenya uumamaatiin badhaate, wiirtuu hawwata tuurizimii miidhaginnishii qalbii nama fuudhu; utubaa dinagdee biyyaa taate Oromiyaan giddugalootaafi godambaalee hawwataan kan faayamteedha. Kanaafis aartiin, miidiyaan, asoosamaan, hogbarruudhaan daran jedhameefiira, qabeenya uumamaa hawwata tuuristii... Read more »
Bayyanaa Ibraahimiin Paastar Zarihun Dagguu Hundeessisoota Gumii Dhaabbilee Amantii Itoophiyaa keessaa nama tokko yemmuu ta’an, nama waggoota kudhaniifis barreessaa gumichaa ta’uun tajaajilaniidha. Yeroo ammaa immoo gumicha keessatti wanta hojjachuuf yaadan waan xumuraniif... Read more »
Keessummaan Bariisaa maxxansa kanaa Bulchaa Godina Jimmaa Obbo Tijjaanii Naasir yoo ta’an, gaafdeebii dhimma nageenyaa, bu’uuraalee misoomaafi hojiilee tajaajila lammummmaa, misoomawwan sululaa, qonnaa, jallisii ilaalchisuun bulchicha waliin taasifne akka armaan gadiitti dhiyeessineerra.... Read more »
Dhiheenyuma kana lammiin Itoophiyaa tokko Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti (DhMG) gorsaa seerummaa dorgomuun kan darban yoo ta’u, xalayaa muudamaas barreessaa olaanaa gamtichaa, Antooniyoo Gutareez harkaa fudhataniiru. Namni kun nama ogummaa seeraatiin muuxannoo waggoota... Read more »
Keessummaan keenya maxxansa kanaa dubartii cimtuu, qormaatawwan adeemsa jireenyaa keessatti isaan mudatan danuu ciranii(dandamatanii) keessa darbuun of bira darbanii namaaf jiraachaa jiraniifi hayyuu waa hundaan badhaadhaniidha, Doktar Aagituu Wadaajoo. Hayyittii diyaaspooraan tun... Read more »
Keessummaan keenya maxxansa kanaa dhiibbaa dippiloomaasii waggoota lamaan darbanitti Itoophiyaarratti taasifamaa turan dura dhaabbachuu keessatti lammiilee Itoophiyaa barnoota Afaan Arabaa qabaatanii shoora olaanaa bahachaa turan keessaa nama tokko. Yeroo ammaa immoo qaawwa... Read more »
Sadaasa 29 1987 Heerri Itoophiya bakka bu’oota saboota sablammootaafi ummattoota Itoophiyaatiin erga ragga’ee as olaantummaan hafee walqixxummaan akka dhugoomu, ani sii beekaan hafee natu ofiif beekaan akka lafa qabatu, Itoophiyaa natu ijaareen... Read more »
Biiroon Pabliik Sarviisiifi Qabeenya Namaa Oromiyaa dhiheenya kana kenna tajaajila mootummaa naannichaarratti qorannoo adeemsisee ture. Qorannoo kanaanis kenni tajaajilaa rakkoo keessa jiraachuu, maallaqaafi faddaalaan bitamaa jiraachuufi kkfn adda baafameera. Kanaafis kan hundeedhaa... Read more »