“Jaarraa 21ffaa keessa teenyee ilaalcha jaarraa 19ffaa calaqqisiisuun Itoophiyaa har’aa wallaaluudha” – Jaal Qajeelaa Mardaasaa, Ministiraa Aadaafi Ispoortii

Seenaa Itoophiyaa keessatti jaarraan 19ffaan bara dukkanaa, bara qorqalbiin sabaafi sablammii itti jaame, bara abbaan lafaa lafasaarratti abbummaa dhabee; ciisanyaa itti ta’e, warri aangoo of harka galchatanimmoo irboo safarsiifachaa ofii ciisanii nyaachaa... Read more »

 “Jijjiiramoota waggoota shanan darbanitti Itoophiyaatti mul’ataniif gaaffiin hawaasa musliimaa deebii argachuun agarsiiftuu guddaadha” – Sheek Sulxaan Amaan Eebbaa

Hayyuu amantii dararaan mana hidhaa abdii isa hinkutachiifne. Dukkana keessa taa’ee ifa ilaalu, miilaan waraqaa eenyummaa malee biyyaa ba’ee beekumsaafi waraqaa biyya guddaatiin biyyatti deebi’e. Nama bilisummaa amantiitiif falmuusaatiin Magaalaa Finfinnee keessatti... Read more »

 “Gufuun jijjiiramuu dhabuu qonna keenyaa sirna barnootaa keenya” – Doktar Addunyaa Waaqjiraa qorataa qonnaa

Qonni biyya keenyaaf lafee dugdaa ta’uun iccitii dhimma ifatti beekamuufii irradeddeebiidhaan ibsameedha. Mootummaanis ammaan tana dhimma kana waan sirriitti hubateef damichaaf yeroo kamuurra xiyyeeffannaa kennee hojjetaa jira. Keessumaa tattaaffiin qonna ammayyeessuuf taasifamaa... Read more »

 “Qe’ee keessaa dhufne deebinee yoo mil’anne wanti furuu dandeenyu baay’eetu jira” -Aadde Aannee Ajjamaa (Diyaaspooraa)

Tola ooluun of kennuu barbaada. Namoonni baay’een nama gargaaruuf fedha qabaatanis qabatamaadhaan hojiitti hiikuuf ni rakkatu. Keessumaa bifa qindaa’aa ta’een rakkoo hawaasaa hiikuun itti ulfaata. Namoonni tokko tokkommoo uumaadhumaan nama gargaaruufi haaloota... Read more »

 “Gootummaafi ga’umsa Fardaa abbootiin keenya gaarreen Adwaarratti agarsiisan nutimmoo ispoortiin agarsiisna”– Shamarran Jiituu Girmaafi Birqee Nugusuu

Waasihun Takileetiin “Gaafa Gaarreen Adwaa gaafa Maqaleesaanii nuun miti farda keenya nibeeku bareechanii” jedhamee weellifameefiira gootummaa Oromoofi Fardeensaa gaarren Adwaarratti Xaaliyaanii hurreessuun raawwataniif. Gaafa waa’een Adwaa ka’u Oromoofi fardeen Oromoo gaarren Adwaa... Read more »

 “Meedaaliyaa naa kennuurra siidaan gootota hundaa akka ijaaramu yaada dhiheesseen siidaan addababa’ii Michummaa Kuubaa sun dhaabbate” – Goota kilaashii baatee fiixee siidichaarraa mul’atu Baqqalaa Gammachuu

Bayyanaa Ibraahimiin Nama umrii daa’imummaatti miirri jaalala biyyaa keessasaatii dhikkisee yeroowwan hedduuf balbala hoomaa waraanaa isa rukuchiise. Goota weerara mootummaan Sumaaliyaa Itoophiyaarratti raawwaterratti hojii loltummaatiin qolachuu bira darbee loltoota biroo onnachiisuudhaan siidaansaa... Read more »

 “Namni ‘Dubaay, Dubaay’ jedhu yeroo dhihootti “Adaamaa, Adaamaa” akka jedhu gochuuf hojjetaa jirra” – Obbo Hayiluu Jaldee

Magaalota Oromiyaa yeroo dhihoo as jijjiiramaa jiran keessaa miidhagduu sulula qiinxaamaa kan taate Adaamaan ishee tokko. Magaalattiin keessumaa gama ittifayyadama lafaa, qulqullinaafi miidhagummaa magaalaa, nageenyaafi kkf tiin fakkeenyaan kan eeramtu yoo taatu,... Read more »

 “Lafti qaama aangoo qabuun hinkennamne kamuu seeraan ala” – Aadde Zaaraa Kadir

Lafti qabeenya uumamaa itti dabaluus ta’e irraa hir’isuun hindanda’amneedha. Qabeenyi kunis yoo haalaan faayidaarra ooluu baate rakkoolee garagaraatiif nama saaxila. Mootummaanis kana hubachuun lafti jiru sirnaan hogganamee akka hoji­irra ooluuf haala addaatiin... Read more »

 “Ejensiin keenya qamadii alergiif oolu kuntaala miliyoona tokkoofi buna diimaa kiiloo giraama miliyoona 32fi kuma 780 ol ergitootaaf dhiyeesseera”– Aadde Masarat Asaffaa

Waasihun Takileetiin Ejensiin Bal’ina Waldaalee Hojii Gamtaa Oromiyaa hundeeffamasaarraa fayyadamummaa qonnaan bulaa mirkaneessuufi gabaa tasgabbeessuuf akkasumas dinagdee biyyaa fulduratti tarkaanfachiisuuf dhaabbilee aantummaan hojjetaa jiran keessaa isa tokko. Sochii kanaan dura taasisaa tureenis... Read more »

 “Paarkii Agroo indastirii Bulbulatti invastimantii qarshii biliyoona 1.5 eegalleerra” -Haaji Tofiiq Kadiir

Bayyanaa Ibraahimiin Nama ijoollummaadhaan mul’ata nama guddaa horate, kan kudhan kufee, kudhan ka’ee gufuu jireenyaa hunda obsaafi murannoodhaan injifate, nama beekaa, waadaa eegaa!. Nama bakka rakkoon jirtuu hundatti argamu, faayidaa biyyaa kan... Read more »