Ayyaanotni addababa’itti namoota hedduun kabajaman Irreecha dabalatee carraa aadaa ofii ibsachuufi warra hinbeekneef barsiisuu cinatti, hawaasa magaalaa Finfinneetiif faayidaa olaanaa ta’e qabu. Keessattuu ayyaanotni akka Irreechaa ummata karaa dheeraa imaluudhaan gara magaalatiitti... Read more »
yyaana Irreechaa har’aafi boru Finfinneefi Bishooftuutti kabajamu sababeeffachuun haala kabajasaa duraafi ammaa akkasumas dhimmoota isaan walqabatan biroorratti Abbaa Gadaa Maccaa Warqinaa Tarreessaafi hayyuu seenaafi Pirezidaantii Waldaa Maccaafi Tuulamaa Obbo Dirribii Damusee dubbisneerra.... Read more »
Tibba Irreechaa kanatti manneen nyaataa aadaa keessummootasaanii simatanii keessumeessuutti daran ko’ommatu. Keessumaa Ayyaana Irreechaa guddicha har’a Finfinneetti, bor ammoo Bishooftuutti kabajamurratti manneen nyaataa aadaa Oromoo isa yeroo kaanii caalaa hojiin itti baay’ata.... Read more »
Itoophiyaan hambaalee 15 ‘UNESCO’tti galmeessisuudhaan biyyoota Afrikaa keessaa sadarkaa jalqabaarratti argamti. Hambaalee biyyattii hambaa addunyaa ta’anii galmaa’an keessaa 11 kan qaqqabataman (tangible) yoo ta’an, afur hambaalee kiliyaa (hinqaqqabatamnedha). Ayyaanni Damaraa Masqalaa (Mijjirii),... Read more »
Irreechi ulfoodha, xiqqaafi guddaan kabajama, waggaa waggaan bari’uu birraa hordofee ummata Oromoo biratti haala ho’aadhaan osoo amantiidhaan, lagan, gandaanfi ilaalchaan walhinqoodiin Oromoon tokkummaan bahee uumaasaa kan itti galateeffatuudha. Kanarraa kan ka’e ummaticha... Read more »
Qaam’ee ja’a Wiixata darbe jala bultii bara haaraa 2016tti ‘Guyyaa Waloomaa’ ta’ee sadarkaa biyyaafi naannolee Itoophiyaatti sagantaalee gara garaatiin kabajameera. Guyyaan kun sadarkaa Naannoo Oromiyaatti Qindeessummaa Biiroo Aadaafi Turizimii Oromiyaatiin Finfinnee, Giddugala... Read more »
Bara moofaa 2015 xumurree bara haaraa 2016 simachuuf guyyoota lama qofatu nu hafa. Gaazexaan Bariisaas bara haaraafi birraa bari’aa jiru kana sababeeffachuun artistoota waa’ee ayyaana waggaa weellisuun beekaman sadii jechuunis Artisti Gaarummaa... Read more »
Gaafa wallee, “Asham yaa maatabee, asham yaadammakoo asham yaa Niqiisee ashaam yaa kuulatoo; akka badee hindhufnee Gibeen nahinceessisu; akkan obsee hinteenyeef Maatabeekoo; yaaddoonkee na hinteessisu; ya haadha Faaris Faaroo beenu hinbuuna katamaa... Read more »
Ayyaanonni Ashandaa, Ashandiyyee, Shadaayiifi Solal ayyaanota Kaaba Itoophiyaa Naannoo Tigiraayiifi Amaaraatti daran beekamaniifi jala bultii bara haaraatti kabajamaniidha. Ayyaanonni kunneen Hagayya 16-26tti kan kabajaman yoo ta’u, keessumaa naannoo Amaaraa, Tigraayiifi Magaalaa Finfinneetti... Read more »
Goobeefi Shinooyyeen ayyaana dargaggoonniifi shamarran Oromoo uffannaafi faayaawwan aadaatiin bareedanii, riifeensa isaanii tolfatanii sirbaafi shubbisa aadaatiin jala bultii bara haaraatti kabajaniidha. Akkasumas ayyaana dargaggoonniifi shamarran itti wal ilaallataniifi wal kaadhimatan ta’uutu himama.... Read more »