Tumaawwan Seera Aadaa

Tumaawwan Seera Aadaa Abbootii Gadaa, Haadholii Siinqeefi maanguddoota biyyaatiin Fulbaana 12 bara 2016 Godina Shawaa Kaabaatti qophaa’aniifi kan Ittigaafatamtuun Waajjira Aadaafi Turizimii Godinichaa, Meeroon Makonnin nuu ergan akka armaan gadiitti qindeessinee dhiyeessineerra.... Read more »

Gahee duudhaaleefi dhaabbileen aadaa nagaafi tokkummaa sabootaa waarsuu keessatti qaban

Aadaa Oromoo keessatti duudhaan nagaa, tasgabbii, tokkummaafi waldanda’uu ilmoo namaa falaasama Oromoon namummaaf/ horoomaaf qabuun walqabata. Namummaan sirna beekumsaa Oromoon Seera Waaqaa ittiin hubatu, hiikkatuufi ittiin jiraatuudha. Seera Uumaa-uumamaa beekanii kabajanii ittiin... Read more »

 “Kabajamuun guyyaa sabootaa bu’aa qaabsoo hadhaa’aa miidhaginni waloo itti calaqqisuudha” Jaal Qajeelaa Mardaasaa

Itoophiyaan biyya sabaafi sablammiileen 83 ol amantaa, afaan, aadaa, eenyummaa, duudhaafi safuuwwan gara garaa qaban waldandahanii tokkummaafi obbolummaan keessa jiraataan yoo taatu, finxaaleyyii ilaalcha dukkanaadhaan oofamaniif immoo biyya olantummaa saba tokkoo, afaan... Read more »

Irreechaa awwaardi 2ffaa: Waltajjii dhimmamtootaaf beekamtiin malu ittikenname

Dilbata darbe mooraan Golfi Kilab jedhamuufi Finfinnee, naannawa Xoorhayiloochitti argamu daran miidhageera, shaashiqeera. Dhiyee biiftuun lixxus shamarran mimmiidhagoo uffannaafi faayawwan aadaa Oromootiin kuulamaniin bareedee, ifeera. Haalli waltajjichi ittimiidhagfameefi hawwattummaansaa qilleensa qorraa bubbee... Read more »

Meeshaalee aadaa saboota Naannoo Itoophiyaa Giddugaleessaa keessaa

Dhiyeenya kan hundaa’e Naannoon Giddugaleessa Itoophiyaa naannoo meeshaalee aadaafi duudhaalee adda addaa, iddoowwan invastimantiif oolan dabalatee qabeenyawwan hawwata turizimii baay’ee of keessaa qaba. Naannichi naannawa homaa hintuqamneedha. Agarsiisa turizimii Finfinnee, Godambaa Saayinsiitti... Read more »

Godambaa Adwaa: Mallattoo waloofi cichoominaa

Godambaan Adwaa pirojektota guguddoo Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetiin xiyyeeffannaa olaanaadhaan hojjetamaa jiran keessaa isa tokko. Seenduubee Injifannoo Adwaa ka’umsa godhatee Finfinnee, fuullee Waajjira Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee (Mana Qopheessaa)tti ykn Birbirsa Gooroo (Piyaassaa)tti ijaaramaa... Read more »

 Qabeenyawwan aadaafi duudhaalee Saba Sidaamaa keessaa

Agarsiisni turizimiifi keessummeessaa (hospitaaliitii) biyyaalessaa Fulbaana 29 irraa kaasee ji’a tokkoof Finfinnee, Godambaa Saayinsiitti adeemsifamaa torbee darbe goolabameera. Akka ragaan Ministeera Turizimiirraa argame mul’isutti, agarsiisicharratti naannoleefi bulchiinsonni magaalaa Itoophiyaa hundi hambaalee, aadaa... Read more »

 Yaadannoo waggaa 1ffaa Doktora Kabajaa Aartisti Alii Birraa

Onkoloolessa 27 bara 2015 addunyaa kanarraa du’aan kan boqote Doktora Kabajaa Aartisti Alii Birraaf guyyaan yaadannoo sagantaawwan gara garaatiin Dirree Dhawaatti Onkoloolessa 26 hanga kaleessa, Onkoloolessa 30 bara 2016tti sirnoota adda addaatiin... Read more »

 Gaalarii Shuumataa: Dhaabbata hambaalee seenaa sabootaa waggaa 50 dura Finfinneetti hundaa’e

Osoo beeknee, hambaaleen seenaa sabootaafi sablammoota Itoophiyaa miidhagina, madda galiifi agarsiistuu qaroomina keenyaati. Itoophiyaan madda dhala namaa (‘Land of Origin’)fi wiirtuu qaroomina kalaqawwan gara garaa ta’uushee hambaaleefi ragaaleen seenaa qabatamaan lafarratti argaman... Read more »

Artisti Halloo Daawwee weellistuu qofa utuu hintaane qabsooftuu cimtuu turte

Artistii gameettiifi jaalatamtuu Oromoo Halloo Daawwee Sanbata darbe du’aan addunyaa kanarraa kan boqotte yoo ta’u, sirni geggeessaafi awwaalcha reeffashee Wiixata darbe Magaalaa Adaamaatti bakka maatiin, firoonni, hoggantoonni mootummaa naannoo Oromiyaa, Dirree Dhawaafi... Read more »