Sabni Oromoo ummatoota Afrikaa gara kaaba bahaatti argaman keessa isa tokko. Sabni kun saba aadaafi amantii ofiisaa qabatee baroota dheeraaf jiraachaa tureedha. Oromoon ummata Waaqa tokkotti amanu malee waantota namaan hojjataman kan... Read more »
Oromoon aadaafi duudhaalee sirnoota garaa garaatiif ittiin dhimma bahu bocatee jiruufi jireenyasaa ummata ittiin jiraachaa tureefi ammas bakkoota tokko tokkotti ittiin bulaa jiruudha. Duudhaalee gabbataa ummanni Oromoo nama nama ajjeesse tokko ittiin... Read more »
(Waamicha Nageenyaa Afyaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Adurahmaan taasisan guutuusaa) Nageenyi bu’uura ummataati; wabiin nageenyaa ummata keenya. Nagaafi tasgabbii ummataa mirkaneessuuf ammoo, duudhaalee qabnu fayyadamnee tokkummaa yaadaafi ilaalchaa dagaagsinee fedhiifi faayidaa ummata... Read more »
Xaaliyaaniin bara 1928 biyya keenya, Itoophiyaa waraanuunshee nibeekama. Garuu gootonni Itoophiyaa tole jedhanii diina hinsimanne. Gotootni Itoophiyaa riphanii loluun (‘Guerrilla warfare’) faashistootaa Xaaliyaanii boqonnaa dhorkaniiru. Fakkeenyaaf loltoonni Leenca Gurraachaa (‘Black Lion’) jedhamanii... Read more »
Abbootiin Gadaafi ogeessonni aadaa gaachanaafi eeboo akka meeshaa kabajaatti aangawoottan, keessummootaafi namoota kanneen fakkaataniif kennuun baratamus hiiki aadaa keessatti qabu garuu kan biraa akka ta’etti kaasuudhaan yeroo garaa garaatti qeeqaa turaniiru. Aadaafi... Read more »
Agarsiisni imala sektaroota mootummaa Naannoo Oromiyaa waggoota 30 darbanii mul’isu kan Qindeessummaa Biiroo Kominikeeshinii naannichaatiin qophaa’e Bitootessa 25-27 bara 2016tti Giddugala Aadaa Oromootti adeemsifameera. Waltajjicharratti sektaroonni mootummaa naannichaa hundi agarsiisawwan imalasaanii waggoota... Read more »
Sirni Gadaa garaagarummaa koorniyaa, umrii, sadarkaa barnootaa, gosaafi amantiidhaan dhala namaa kan qoodu osoo hintaane sirna dhala namaa hunda jaarmiyaalee adda addaa jalatti ijaaruun hawaasa keessatti dhimmoota siyaasaa, dinagdeefi hawaasummaarratti akka hirmaatan... Read more »
Jiraattonni naannoo Hararii, keesuummoonni naannolee oollaa naannichaarraa, naannolee biyyattii biroofi biyya alaatii dhufan hirmaachisuun Roobii darbe Ayyaanni Shawaal Iid sirna ho’aadhaan kabajameera. Sirnicharratti agarsiisiwwan adda addaa dhihaatanii akka ayyaanichi caalaatti miidhagu taasisaniiru.... Read more »
Amaataroonni 150 marsaa saglaffaaf akaakuuwwan aartii adda addaatiin Finfinnee, Giddugala Aadaa Oromootti ji’oota sadiif leenji’aa turan Wiixata darbe eebbifamaniiru. Amaataroonni kunneen ogummaa aartii fiilmii, shubbisa, muuziqaa, weedduu, qofdubbii (Monologue), Sululukii, walaloo, bobbocaa,... Read more »
Kutaa 3ffaafi isa xumuraa Meedhicha ittikaa’uu Erga sirni gumaa kafalamee dhume booda meedhichi sangaa baalaa qalamu sanarra miila bitaarraa baasuun nama harka danawettii kaa’ama. Kan miila mirgaarraa baafamemmoo nama namni irraa du’e... Read more »