
Waggoota lamaan darban shira daldaltoonni siyaasaa xaxaniin walitti bu’iinsa ummata Oromoofi Somaalee gidduutti uumameen lubbuun lammiilee hedduu akka darbu, qabeenyi miliyoonaan lakkaa’amu akka barbadaa’uufi lammiileen qe’eesaaniirraa akka buqqa’an ta’eera. Rakkoo nageenyaa mudatee... Read more »
Kutaa lammaffaa Torban darbe mata dure kana jalatti hiika, qoodaminsaafi faca’iinsa mootummaa Gumaay (Gumaa) ilaaluun keenya ni yaadatama. Kan torban irraa itti fufees akka armaan gadiitti dhihaata. Du’a Horaa Waarraa kan dhagahe... Read more »

Sirna Gadaa keessatti aangoo ykn baalliin kan daddarbu karaa dimokraatawaafi ifa ta’eeni. Abbaan Gadaa, Gadaa fudhate tokko baallii abbaa Gadaa isa dura turerraa kan fudhatu yoo ta’u, kallacha garuu abbaa isaa irraa... Read more »

Ummanni Oromoo Sirna Gadaatiin bulaa ture. Yeroo booda garuu walitti dhufeenya addunyaa waliin uumamaa dhufeen aadaa hawaasa alaa dhufaniin aadaan isaa laafaa waan dhufeef gareen Oromoo tokko tokko amantii bahaa giddugalaa fudhachuun... Read more »

“Biyya Boolee bulbulaa, Boolee boolee bolaalee, Dur qamadiitu irra biqilaa, Boolee boolee bolaalee, Har’a xiyyaaratu irra gulufaa Boolee boolee bolaalee” jedha weellisaa Sayyoo Dandanaa wayita Oromoon qe’eesaa qamadii irra facaafataa tureerraa fageeffamee... Read more »

Dubbistootaa, maxxansa keenya torbaniitiin mataduree kana jalatti haalatti jarreen mootota Shawaa jedhanii of gurmeessan waraanaan ummata lafarraa kaasaa turan isin dubbisiisuun keenya ni yaadatama. Walumaagalatti ammoo Adoolessa 6 bara 2011 irraa eegallee... Read more »

Waggoota 33 dura waldaan bu’aarraa bilisa ta’eefi aadaa, duudhaa, seenaafi eenyummaa Oromoo cunqurfamaafi dhokfamaa ture addunyaatti beeksisu tokko hundaa’e. Waldaan kun akka hundaa’uuf yaadni kan ka’e ALA bara 1984 kora waggaa Tokkummaa... Read more »

Dubbistootaa, torban muraasaa as mataduree “Seenaa Babal’ina Mootota Abisiniyaafi Oromoo” jedhuun waa’ee babal’ina mootota durii isin dubbisiisaa jiraachuun keenya ni yaadatama. Maxxansa kanaafi kan ittaanuunis waanuma qaama seenichaa ta’e isiin dubbisiisna. Bakki... Read more »

Yeroo baay’ee Sirna Gadaa keessatti marsaawwan Gadaa umuriidhaan qoodamanii jiran kan warra dhiiraa qofa akka ta’eetti fudhatama. Sadarkaawwan dubartoonni keessa darban kan hinbeekamneefi Siinqee qofti akka jiruttis ilaalama. Ta’us dubartoonnis akkuma dhiirotaa... Read more »

Oromoon biqiltuuf bakka guddaa qaba. Akka dhalasaatti waan ilaaluuf kunuunsa addaatiin guddisa malee hinmiidhu. Sirna Gadaa keessattillee biqiltuu muruufi biqqisuun aadmale. Sababnisaa maddii jiidhinaafi badhaadhina Oromiyaa biqiltuu waliin kan walqabatu waan ta’eefi.... Read more »