
Waaqni Oromoo Tokko. Falaasamni daandii waaqa ittiin argatan garuu hedduudha. Falaasama kana duuba immoo namatu jira. Nama waaqatu uume. Waaqni kana hundumaa kan godheef dacheefi badhee, ruudaafi hunda bareechuufi. Kanaaf egaa garaagarummaan... Read more »

Kutaa lammaffaa Barreeffama torban darbeetiin mata duree kana jalatti, ka’umsaafi guddina mootummaa Oromoo Walloo (1769-1855) dhiheessinee turre. Kutaa lammaffaa barreeffamichaa immoo akka armaan gadiitti dhiheessina. Motummaa Islaamaa Walloo Dur Oromoon Walloo akkuma... Read more »

Godinoota Naannoo Ummattota Kibbaa keessaa tokko kan ta’e godinni Halaabaa Finfinneerraa gara Kibbaatti kiilomeetira 245 irratti argamti. Magaalaa guddoon ishee Qullittoo jedhamti. Magaalattiin kan hundeeffamte bara 1888 akka ta’e ragaaleen ni mul’isu.... Read more »

Ka’umsaafi Guddina Mootummaa Oromoo Walloo (1769-1855) Walloon damee Oromoo Baareentummaa ta’ee, gosa Oromoo Karrayyuu keessa isa tokkodha. Jechi Walloo jedhu jechoota lamarraa akka madde dubbatama. Kunneenis, wal jechuun tokko yoo ta’u, tokkummaa... Read more »

Gudinni Geede’oo godinaalee Saboota, Sablammootaafi Ummattoota Naannoo Kibbaa keessaa isa tokko yoo ta’u, godinichi qabeenya bosonaa, bunaa, qaachoofi dhagaawwan dhaabbii boca gara garaa qabaniifi hanga meetira saddeetii dheeratan qabaachuun beekama. Ummatni godinichaa... Read more »

Afaan Oromoo eddii afaan barnootaafi hojii ta’ee waggoonni kurna lamaa ol lakkaa’amaniiru. Ta’us haala qubeessaa, hiikaafi moggaasa jechootaarratti miidiyaalee dabalatee iddoowwan adda addaatti garaa garummaan tokko tokko ni mul’atu. Gaazexaan Bariisaas akkuma... Read more »

Sirni Gadaa sirna ittiin bulmataa Oromooti. Gadaan jaarmiyaa umuriifi dhalootan ijaarame yoo ta’u, sirna bulchiinsaa dimokraatawaadha. Gadaan sirna siyaasni, dinagdeefi hawaasummaan ummata Oromoo ittiin murteeffamuufi kan miseensi sabichaa mirgaafi dirqamasaa beekee ittiin... Read more »

Godinni Halaabaa godinaalee 17fi aanaaleeaddaa torban Naannoo Ummatoota Kibbaatti argaman keessaa isa tokko. Godinichi Magaalaa Finfinneerraa karaa Shaashamanneetiin kiiloo meetira 315, karaa Waraabeetiin ammoo kiiloo meetira 245 irraatti argama. Magaalaa Hawaasaarraa ammoo... Read more »

Kutaa 2fa Jaarmiyaa kana keessatti gareen ykn namni moggaasa gaafatu tokko gaaffii moggaafamu gosa ykn maatii Oromoo tokkoof kan dhiyeeffatu ta’a. Hayyu dureen gosaa ykn Abbaan Malkaa Oromoos gaaffii dhiyaate irratti hundaa’uun... Read more »

Kutaa 1fa Ummani Oromoo jiruufi jireenyasaa kan bara deeraa kessati sirna ijaare qaba. Sirni kun sirna Gadaa jedhama. Gadaan akkuma mootummoota addunyaa kamuu dameewwan Dinagdee, Hawwaasummaa Siyaasaafi amantii qaba. Dameeleen kunniin immoo... Read more »