Gudinni Geede’oo godinaalee Saboota, Sablammootaafi Ummattoota Naannoo Kibbaa keessaa isa tokko yoo ta’u, godinichi qabeenya bosonaa, bunaa, qaachoofi dhagaawwan dhaabbii boca gara garaa qabaniifi hanga meetira saddeetii dheeratan qabaachuun beekama. Ummatni godinichaa... Read more »
Afaan Oromoo eddii afaan barnootaafi hojii ta’ee waggoonni kurna lamaa ol lakkaa’amaniiru. Ta’us haala qubeessaa, hiikaafi moggaasa jechootaarratti miidiyaalee dabalatee iddoowwan adda addaatti garaa garummaan tokko tokko ni mul’atu. Gaazexaan Bariisaas akkuma... Read more »
Sirni Gadaa sirna ittiin bulmataa Oromooti. Gadaan jaarmiyaa umuriifi dhalootan ijaarame yoo ta’u, sirna bulchiinsaa dimokraatawaadha. Gadaan sirna siyaasni, dinagdeefi hawaasummaan ummata Oromoo ittiin murteeffamuufi kan miseensi sabichaa mirgaafi dirqamasaa beekee ittiin... Read more »
Godinni Halaabaa godinaalee 17fi aanaaleeaddaa torban Naannoo Ummatoota Kibbaatti argaman keessaa isa tokko. Godinichi Magaalaa Finfinneerraa karaa Shaashamanneetiin kiiloo meetira 315, karaa Waraabeetiin ammoo kiiloo meetira 245 irraatti argama. Magaalaa Hawaasaarraa ammoo... Read more »
Kutaa 2fa Jaarmiyaa kana keessatti gareen ykn namni moggaasa gaafatu tokko gaaffii moggaafamu gosa ykn maatii Oromoo tokkoof kan dhiyeeffatu ta’a. Hayyu dureen gosaa ykn Abbaan Malkaa Oromoos gaaffii dhiyaate irratti hundaa’uun... Read more »
Kutaa 1fa Ummani Oromoo jiruufi jireenyasaa kan bara deeraa kessati sirna ijaare qaba. Sirni kun sirna Gadaa jedhama. Gadaan akkuma mootummoota addunyaa kamuu dameewwan Dinagdee, Hawwaasummaa Siyaasaafi amantii qaba. Dameeleen kunniin immoo... Read more »
Kutaa 2fa Ibsa waa’ee sirna Muudaatti utuu hinseeniin dura maalummaa Abbaa Muudaa (Qaalluu) hubachiisuun barbaachisaadha. Barreeffamoota hedduu keessatti Qaalluu jechuun Abbaa Muudaa jechuudha. Maqaan Abbaa Muudaa gahee hojii Qaalluu, muuduurraa fudhatame. Abbaan... Read more »
Dubbistootaa, maxxansa keenya torbee darbeetiin mataduree kana jalatti maalummaa waaltinaa haala Afaan Oromoo ammaan tana irra jiruun walqabsiisnee waan hayyootarraa odeeffannee isin dubbisiisuun keenya ni yaadatama. Maxxansa kanaanis dhimmuma mataduree kanaan walqabate... Read more »
Kutaa 3fa Dubbistoota keenya, maxxansawwan keenya torban lamaan darbaniitiin seenaa mataduree kana jalatti waa’ee seenaa Mootota Abbaan Boor isin dubbisiisuun keenya ni yaadatama. Maxxansa kanaan kutaa sadaffaafi dhumnisaa akka armaan gadiitti dhiyaateera.... Read more »
Kutaa 1fa Qorattoonni dameelee adda addaa waa’ee Muudaafi abbaa Muudaarratti barreessaniiru. Garuu barreeffamoonni qorattoota kanneenii dhimma odeeffannoo Abbaa Muudaa, Sirna Muudaafi maalummaa Muudaarratti hir’ina hedduu qaba. Hunda caalaa seenaa Muudaa sirriitti lafa... Read more »