Meeshaaleefi nyaatawwan aadaa Godina Gujii

Natsaannat Taaddasaatiin Ummanni Oromoo aadaafi duudhaa ittiin beekamu hedduu qaba. Isaan keessaa meeshaaleefi nyaatawwan aadaa akka fakkeenyaatti fudhachuu dandeenya. Sirna Gadaa dabalatee aadaa, duudhaa, safuu, afaaniifi seenaan Oromoo sirnoota darban keessa dhiibbaa... Read more »

Sirna Gadaa: Ibsituu aadaa eenyummaa Oromoo

Natsaannat Taaddasaatiin Sirni Gadaa bu’uura sirna dimokraasii addunyaafi ibsituu aadaafi eenyummaa Oromooti. Sirni Gadaa  hambaa kiliyaa addunyaa ta’ee erga ‘UNESCO”tti galmaa’ee waggaa afur ta’eera. Waggaa 4fan ‘UNESCO’tti galmaa’uu sirnichaa walta’iinsa Biiroo Aadaafi... Read more »

Sababoota ijoo ‘UNESCO’dhaan galmaa’uu sirna Gadaa

Saamraawiit Girmaatiin Gadaan sirna siyaasaafi hawaas dinagdee Oromoon  ittiin walbulchaa tureedha. Sirnichi dimokraatawaa hawaasni  marti haala walqixa ta’een kan keessatti hirmaatuudha. Ummata  Oromoo otoo gosaan gargar hinbaasiin Gadaa  shanitti  gurmeessee dabareen akka... Read more »

Sirna fuudhaafi heerumaa Baale, Gobbaatti

Dubbistootaa, maxxansa keenya torbee darbeetiin haala dubara heerumtu itti miidhagsan, waa’ee Qayyaa isin dubbisiisuu eegallee ittifufuudhaan bulfachuun keenya ni yaadatama. Maxxansa kanaan dhimma ittifufee raawwatamutu dhiyaataa dubbisa gaarii. Ittaansuunis misirroo olfuudhanii gara... Read more »

Gaazexeessa, hayyuu afaaniifi artisti Ibraahim waa’ee afaanirratti Bariisaarratti maal jedhe?

Charinnat Hundeessaatiin Seera uumamaa ta’ee dhaloonni ni dhufa ni darbas; dhukkubaan, balaa namuumeefi tasaatiin. Kana keessa garuu tokko tokko otoo seera uumamaa kana cabsee jiraatee nama jechisiisa, hawwisiisas. Namni tokko tokko sammuu... Read more »

Ibraahim Haaji Alii Boruu bara 1947-2013tti

Charinnat Hundeessaatiin Gaazexeessaa, artistiifi qorataan Afaan Oromoo Ibraahim Haaji Alii Dirre Dhawaa, Ganda Qabrii Ijoolleetti abbaasaa Haaji Alii Boruu, harmeesaa Aadde Hajiraa Ahmadirraa bara 1944 dhalate. Ibraahim Hajii Alii umriisaa dargaggummaatti ture... Read more »

Sirna fuudhaafi heerumaa Baale, Goobbatti

Kutaa 2fa Guyyaa Nikayaallee (Qaraxaallee) Sirra Kajeela” jedhanii jaarsonni lameen filaman san gaafatu. Jaarsonnillee ergaasaanii kana gara intalaatti dabarsu.“Hayyee faataan hamilee, hamileen ta ilmaa intalaati,akkana jedhanii maal jettan “ jedhanii wal gaafatu.... Read more »

Sirna Fuudhaafi heeramaa Baale, Goobbatti

Ummanni addunyaa kanarra jiru kamuu sirna fuudhaafi heerumaa mataa isaa ni qaba. Haa ta’uu malee  sirni fuudhaafi heeruma hawaasa tokkoo kan biraarraa garaagarummaa ni qabaata. “Oromoon karaalee safuu hawaasaafi seera Waaqaa eegan,Waaqa... Read more »

Waadaa waliigaltee sabootaafi sablammootaa

Takkaalliny Gabayyootiin Sabootni, sablammootniifi ummattootni Itoophiyaa marti  sanada waliigaltee heera mootummaa RFDI raggaasifachuutiin waliin jiraachuu erga jalqabanii kunoo har’a waggoota 25 lakkoofsiseera. Manni Maree Federeeshiniis waggaa waggaan Sadaasni 29 guyyaa sabootaa, sablammootaafi... Read more »

Sabdaneessummaan walqixxummaarratti hundaa’e hariiroo obbolummaa cimsa

Takkaalliny Gabayyootiin Guyyaan sabootaa, sablammootaafi ummattoota Itoophiyaa 15fan barana qindeessummaa Mana Maree Federeeshinii,  walta’insa Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaafi Magaalaa Finfinneetiin Sadaasa 29 bara 2013 magaaluma Finfinneetti kabajama. Sadaasa 24-28 bara 2013tti garuu... Read more »