Doktar Hayilee Fidaa: Hayyuu quuqamni eenyummaa isa fannisiise biyyaa tiksee:

Bayyanaa Ibraahimiin Namni aadaafi eenyummaasaatti hinboonne, kan nama biraa kabajuufis ta’ee kunuunsuuf fedhii hinqabaatu. Namni abbaasaatti hinboonne immoo abbeeraasaatti boonuu hindanda’u. akkasumas namni sabasaafi eenyummaasaatti hinboonne biyyasaatti boonuun waan hin yaadamneedha. Biyya... Read more »

Gahee dubartoonni Sirna Gadaa keessatti qaban

Natsaannat Taaddasaatiin Kitaabni Qorannoo ‘Sirna Gadaafi Mirgoota Dubartootaa’ jedhu Yunivarsitii Mattuutti Gargaaraa Pirofeesara Seeraafi Yunivarsitii Finfinneetti Wiirtuu Mirgoota Namoomaatiin digirii sadaffaa barachaa kan jiran Muluqan Kaasaahuuniin barreeffame Wiixata darbe Finfinneetti eebbifameera. Hayyoonni... Read more »

Eebba maanguddoota Oromoo

Natsaannat Taddasaatiin Oromoon sagantaa kamiyyuu eebbaan jalqaba. Eebbi kun Abbootii Gadaatiin ykn jaarsolii biyyaatiin adeemsifama. Eebbi  armaan gadii kun kan naannawaa Lixa Oromiyaatti eebifamuudha. Uumaafi uumamni  Waaqaa lafti, sa’aa namni Xinnaa guddaan,... Read more »

Gombisa fardaafi dandeettii shamarran Agawu

Waasihun Takileetiin Itoophiyaan haadha sabaafi sablammoota 83 ol yoo taatu harki caalaa ilmaanshee hidda latiins dame Kuush waan qabaniif ‘Dachee Kuush’ jedhamuun akka waamamaa turte ragaaleen seenaa tokko tokko ni ibsu. Beekamtii... Read more »

“Sirna Gadaa ammayyeessinee addunyaan akka irraa baratu gochuun dhimma murteessaadha”-Geetaachoo Taaddasaa (Ogeessa Seeraa)

Natsaannat Taaddasaatiin Sirni Gadaa bu’uura sirna dimokiraasii ammayyaa, duudhaa ittiin bulmaata Oromoo akkasumas bu’uura seenaafi eenyummaa ummata Oromooti. Akkasumas, calaqqee qaroominaafi agarsiistuu cimina xiinsammuu ummata Oromoofi mallattoo nageenyaati. Gadaan qabeenya Oromoo qofa ... Read more »

Galma aadaa bakka aadaatti

Saamraawiit Girmaatiin Magaalaan Bishooftuu magaalaa miidhagduu hawwata turistii taatedha. Hunda caalaammoo waltajjii Oromoon biyya keessaafi alaa waggaatti si’a tokko itti walargudha. Irrecha Hora Arsadee kabajuuf Oromoon kallattii garagaraarraa waggaa guutuu qophaa’aa ture... Read more »

Daandii Ida’amuu: Kitaaba karaa araaramuufi badhaadhinaa eeru

Charinnat Hundeessaatiin  Namoonni hedduun waggoota sadan darbanitti kitaaba lama guutummaatti dubbisanii akka hinxumurre tilmaamuun nama hindhibu. Kanaafis sababiin ‘hojiitu natti baay’ate’ kan jedhu ta’uu mala. Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahmad garuu waggoota... Read more »

Duudhaa Oromummaatiin Sidaamaa mana baasuu

Waasihun Takileetiin Ummanni Sidaamaa saba bal’aafi guddaa ta’ee osoo jiruu akkuma sabaaf sablammoota biroo cunqursaa sirna gabroomfataan saamamaa qorqalbiin eenyummaasaas jaamfamaa jaarraa tokkoofi walakkaa oliif hiraarfamaa ture. Sirna gabroomfataafi maxxantuu ba’aa eenymmaasaa... Read more »

Bu’aalee erga sirni Gadaa ‘UNESCO’tti galmaa’ee as galmaa’aniifi hanqinoota guutamuu qaban

Natsaannat Taaddasaatiin Sirni Gadaa ibsituu eenyummaa, aadaa, duudhaa, tokkummaafi haala jiruufi jireenya Oromooti.  Sirni Gadaa Oromoodhaan kan bocame beekumsa baratameefi qoratamee hindhumne kan qabu bu’uura Sirna Dimokiraasii addunyaati. Sirnichi qabeenya Oromoo kan... Read more »

Galgala tollaan akka Alii Birraatti

Saamraawiit Girmaatiin Oromoon gaafa nama eebbisu “galgallikee haa tolu” jedha. Eebbi kun eebba guddaadha. Yoo galgalli namaa tole akka namatti toletti, akka kabajamanitti, akka namni itti gammadetti, akka eebbifamanitti jaaranii umuriin nama... Read more »