Gareen shoroorkeessaan ABUT lammiilee nagaarratti ajjeechaa raawwachuufi Raayyaa Ittisa Biyyaa (RIB)irratti waraana labsuun sochiin birmaddummaa biyyaa sarbuuf taasiisaa jiru dhaabsiisuun biyyatti keessatti nagaa waaraa buusuuf lammiilee hundii kan humna qaban gama adda... Read more »
Gosoota Oromoo hedduu jiran keessaa Booranni isa tokkoofi angafa gosa Oromoo hundaati. Booranni bakka sirni Gadaa osoo addaan hincitin waggoota 500 oliif keessatti geggeeffamaa jiruudha. Booranni iddoowwan guguddoo lamatti qoodama. Isaanis, Sabboo... Read more »
Charinnat Hundeessaatiin Biyyi keenya ammaan tana lola shororkeessaa ABUT irratti bane keessa jiraachuunshii beekamaadha. Waraana diigumsa biyyaa shororkeessaa ABUT waggoota 27f biyya qorqaafi golgoleessaa turee qabsoo adda durummaa Oromootiin keessumaa kan qarreefi... Read more »
Charinnat Hundeessaatiin Barreessaa: Alamnah Raggaasaa Ramaddii: Kitaaba seenaa Yeroo ittimaxxanfame: Bitootessa bara 2013 Baay’ina boqonnaafi xiyyeeffannaa: Kitaabichi seensaa, dudduubeefi kkf dabalatee boqonnaawwan 11tti kan qoodameedha. Namni kitaaba seenaa kana qaaccessan otoo... Read more »
Charinnat Hundeessaatiin Waldaan Artistoota Oromoo, Jiddugalli Aadaa Oromoofi Biiroon Aadaafi Turizimii Oromiyaa Kibxata darbe mataduree, “Eessattuu, yoomiyyuu, maaliiniyyuu nan duula” jedhuun sagantaa miidhagaa Raayyaa Ittisa Biyyaa maddii hiriiruusaanii agarsiisu geggeessanii turan. Gaazexaan... Read more »
Saamraawiit Girmaatiin Manni Murtii Aadaa Oromiyaa walga’ii Caffee tibbana taa’amerratti raggaasifamuun hundeeffamuun ni yaadatama. Hundaa’uun mana murtichaa faayidaa olaanaa kan qabu yoo ta’u, hojiiwwan milkaa’oo mootummaan naannoo Oromiyaa baran hojjete keessaa isa... Read more »
Kutaa Qophiitiin Asoosamasaanii jalqabaa “Kuusaa Gadoo” jedhamuun kan beekaman Gaaddisaa Birruu abbaasaanii Birruu Waaqaafi harmeesaanii Bijigee Gonfaarraa bara 1950 Godina Arsii, Aanaa Leemmuufi Bilbiloo, Magaalaa Boqojjiitti dhalatan. Bara 1965 Kolleejjii Barsiisota Asmaraatti... Read more »
Natsaannat Taaddasaatiin Magaalaan Galaan magaalota Godina addaa Naannawa Finfinnee keessaa tokko yoo taatu, karaa bahaatiin Finfinneerraa kiiloo meetira 25 fagaattee argamti. Magaalaan Galaan Adoolessa bara 1999 bu’uura labsii mootummaa naannoo Oromiyaa lakkoofsa... Read more »
Abbaa Gadaa Jiloo Maandhoo maqaasaanii ka dhalootaatiin Carii Maandhoo kan jedhaman yoo ta’u, abbaasaanii Maandhoo Gambeelaafi haadhasaanii Yaatanee Basaayyeerraa bara 1946 Godina Gujii Lixaa, Aanaa Bulee Horaa Ganda Carii Afindee jedhamutti dhalatan.... Read more »
Charinnat Hundeessaatiin Dhaabbileen barnoota olaanaa ergamasaanii gooroo maddiitti hojiilee fayyadamummaa hawaasa naannawa itti argamanii darbees kan biyyaa mirkaneessanirratti ni hirmaatu. Qorannoowwaniif qo’annoowwan rakkoolee hawaas dinadgee ummataa furuuf gargaaran geggeessuunis goggaa qaama furmaataa... Read more »