Natsaannat Taaddasaatiin Gaarri Cuqqaalaa Godina Shawaa Bahaa, Aanaa Liiban Cuqqaalaa, Magaalaa Adulaalaa cinaatti argama. Gaarri kun bakkeewwan Oromoon itti irreeffatu keessaa isa tokkoofi isa beekamaadha. Gaarri kun duraan maal akka fakkaatuufi yeroo... Read more »
Waasihun Takileetiin Addunyaan keenya dhala namaa qixa hinkeessummeessitu; kaan ofitti simattee duuniyaan badhaastee bashannansiisti; kaanimmoo sakaaltee gadadoon waxaltee hiyyuma badhaasti. Abbaan Raajiis surree jilbasaaniirraa dhumte wawwaaraannatanii, gonfoo aduun mataarratti fixe funyaanirra buufatanii... Read more »
Kutaa 13fa Haaromsa Gadaa Odaa Roobaa Wiirtuun Gadaa Odaa Nabe erga diigamee booda jijjiramni guddaan Gadarratti ta’e. Akka barsiifataatti “Haaromsa Gadaa” jedhamee bara 1116 Odaa Nabeerratti deemsifame tarii bara eerame kanatti... Read more »
Finfinnee: Oromoon buqqaatiin isa madeessee waan beekuuf rakkoo inni fidu hubatee kan nama deeggaru ta’uu Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa ibsan. Ustaaz Raayyaan ibsa Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf kennaniin akka jedhanitti, ummatni Oromoo wayita... Read more »
“Gumaachi guddina Afaan Oromootiif taasifamu sadarkaa barbaadamurra hinjiru” – Obbo Taayyee Danda’aa
Finfinnee: Namootni baay’een Afaan Oromoo akka afaan hojii federaalaa ta’uuf fedhiin qaban olaanaa ta’us gumaachi dagaagina afaanichaatiif taasifamu qabatamaan oggaa ilaalamu sadarkaa barbaadamurra akka hinjirre Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaatti, Ittigaafatamaan Sabquunnamtii Ummataa... Read more »
Bishooftuu: Horri Arsadeefi Fininnee bakka walargii Oromoo ta’eera. Irreechi safuufi duudhaa Oromoon kaleessa buufate ta’uu bira darbee mallattoo tokkummaa, waltajjii miidhaginni Oromoo addunyaafis ta’ee sabaafi sablammoota biratti tulluu ta’ee itti mul’atu. Utubaa... Read more »
Finfinnee: Kitaabni matadureensaa ‘Faaya Fayyaa’ jedhuufi Doktar Naafyaad Geetuutiin barreeffame Dilbata darbe Giddugala Aadaa Oromootti eebbifamee gabaarra ooleera. Kitaabichi boqonnaa 12fi fuula 291 kan qabu yoo ta’u, gatiinsaa qarshii 200. Waggoota afran... Read more »
Ayyaanni Irreecha Hora Finfinneefi Hora Arsadee Fulbaana 22fi 23 bara 2014 kabajama. Biiroon Aadaafi Turizimii Oromiyaafi Gamtaan Abbootii Gadaa Oromoo Kibxata darbe haala kabaja Irreecha baranaarratti Adaamaatti mari’ataniiru. Hogganaan Biiroo Aadaafi Turizimii... Read more »
Ayyaanni Masqalaa tibba birraa Ayyaana Irreecha Hora Finfinneefi Hora Arsadee dura kabajama. Ayyaanonni lamaan tibba birraa keessa Fulbaana keessa kabajamu. Hariiroo ayyaanonni lamaan waliin qaban Abbootiin Gadaafi Hayyoonni akka armaan gadiitti ibsu.... Read more »
Saamraawiit Girmaatiin Yommuu ayyaanni waggaa ga’u taateewwan adeemsifaman garagaraa ni jiru. Keessumaa dardarraniifi shamarran gaafa ayyaanaa hawwii olaanaadhaan eeggatu. Yeroo walarganii waliin taphataniifi waliinis dabarsan, darbees walkaadhimmatan waan ta’eef iddoo olaanaa kennuuf.... Read more »